Аналитика Telegram-канала
Подписчики
769
Охват за 24 ч
106
ER за 24 ч
13,78%
Публикаций
323
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
14 ноя17 ноя20 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
15.1117.1117.1118.1119.1120.11
20
Средний охват
34
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
15
Упоминаний
5
Из них репостов
7
Каналов
0
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
0
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 323 2 из 323
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ▮▮▮▮▮Galaa Guyyaa▮▮▮▮▮ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➢ Yeroo hundaa 'dhiifama' kan godhuu ta'uu yaali. duuka bu'ichisi namni hamaa yoo isin irratti hojjete, deebiftanii hamaa irratti hin hiriitinaa! Waan fuula nama hundumaa duratti fudhatamaa ta'e yaadatti qabadhaa! Nama hundumaa wajjin nagaatti jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa godhaa! Michoota koo! Ija baasuu dheekkamsa Waaqayyootti dhiisaa..... Room 12:17-19 jedhe dubbata. Akkasumas dheekkamsa, miira yeroo fi aarii akka of irra dhorkinuuf "Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!" (Room 12: 21) jechuun itti fufa.
🛑 O o l m a a G a a r i i
▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫ https://t.me/Yaimora
ещё
30
0
20 ноя, 07:46
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ▮▮▮▮▮Galaa Guyyaa▮▮▮▮▮ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➢ Namoota warreen lafaa kana irra turaan hunda caalaa garaa lafeessa kan ture Musee fakkaadhu. " Museen garuu namoota biyya lafaa irra jiran hundumaa caalaa nama gara-laafessa ture."
(S. Lakk 12: 3)
🛑 O o l m a a G a a r i i
▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫ https://t.me/Yaimora
ещё
14
0
2 19 ноя, 11:17
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ▮▮▮▮▮Galaa Guyyaa▮▮▮▮▮ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➢ "Nuti hundi keenya Gooftaan keenya waaqayyo ta'uu isaa fi qorichi keenya Iyyasuus kiristoos jecha foon uffate ta'uu isaa nii amanna. Inni waaqummaa isaatiinii fi namummaa isaatiin gonka akka ta'e nii amanna. Waaqummaan isaa namummaa isaa irraa tasa akka adda hin baane nii amanna. Nama ta'uun isaa waaqummaa waliin osoo walitti hin makamiin , osoo hin jijjiiramiin , osoo adda hin hiramiinii fi kan adda hin baanedha."
Qulqulluu Qeerloos
🛑 O o l m a a G a a r i i
▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫▫ https://t.me/Yaimora
ещё
9
0
1 18 ноя, 06:48
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней