Аналитика Telegram-канала
Подписчики
6 016
Охват за 24 ч
18
ER за 24 ч
0,30%
Публикаций
2 681

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
17 ноя20 ноя23 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

03.1114.1116.11
6
Средний охват
11
Лучший результат
Показаны 3 публикации — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

24
Упоминаний
23
Из них репостов
10
Каналов
Нет примеров за последние 90 дней
Все упоминания

Последние посты

3 из 2 681 2 из 2 681
« Tiqimtiin qabbanaa fii zamhariira isiitiin as garagaltee jirti. Namni nyaata,uffata,birdilibsii,jaakkeetaa fii kan kana fakkaatan kan tirfii of biraa qabu; Miskiinoota,rakkattootaa dadhabdootaa fii namoota itti haajaman kan bakka seenanii fii itti dheeysan hin qabneef haa arjoomuu.» R𝖆𝖇𝖎𝖆𝖑 𝖘𝖆𝖓𝖎 24,1446𝖍
ещё
11 0 16 ноя, 21:13
8. Ibidda guddaa Yaman keessaa bahuu Ibiddaan guddoon Yaman keessaa bahuun namoota gara bakka walitti qabamaatti oofa. Kunis mallattoo gurguddoo Qiyaamaa keessaa isa dhumaa ta'ee hadiisa keessatti ibsameera. قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ: «وَآخِرُ ذَلِكَ نَارٌ تَخْرُجُ مِنَ الْيَمَنِ، تَطْرُدُ النَّاسَ إِلَى مَحْشَرِهِمْ». رواه مسلم (2901). “Isaan keessaa isa dhumaa ibidda Yaman keessaa bahuudha; ibiddi sun namoota gara bakka walitti qabama isaanii ta'utti oofa.” Sahih Muslim, Hadiisa 2901. 9. Aara guddaa fi mallattoolee biroo walitti aananii mul'achuu Aarri guddaan mallattoo of danda'eedha. Hadiisa mallattoolee kudhan keessatti Dajjaal, Daabbatul-Ardii fi mallattooleen biroo waliin tarreeffameera. عَنْ حُذَيْفَةَ بْنِ أَسِيدٍ الْغِفَارِيِّ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ: «إِنَّهَا لَنْ تَقُومَ حَتَّى تَرَوْا قَبْلَهَا عَشْرَ آيَاتٍ: الدُّخَانَ، وَالدَّجَّالَ، وَالدَّابَّةَ، وَطُلُوعَ الشَّمْسِ مِنْ مَغْرِبِهَا...» رواه مسلم (2901). Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: “Qiyaamaan hanga mallattoolee kudhan dursee argamanitti hin dhaabbattu. Isaan keessaa aara, Dajjaala, Dabbaatul-Ardii fi aduun dhiha irraa bahuu...” (Sahiih Muslim, Hadiisa 2901) 10. Mallattoolee gurguddoo kudhan – Tarree guutuu Hadiisa Huzayfaa ibn Asiidi keessatti Nabiyyiin SAW mallattoolee kudhan ifatti tarreessaniiru. Ragaa hadiisaa guutuu: عَنْ حُذَيْفَةَ بْنِ أَسِيدٍ الْغِفَارِيِّ رضي الله عنه قَالَ:اطَّلَعَ النَّبِيُّ ﷺ عَلَيْنَا وَنَحْنُ نَتَذَاكَرُ، فَقَالَ:«مَا تَذَاكَرُونَ؟»قَالُوا: نَذْكُرُ السَّاعَةَ. قَالَ:«إِنَّهَا لَنْ تَقُومَ حَتَّى تَرَوْا قَبْلَهَا عَشْرَ آيَاتٍ»، فَذَكَرَ: «الدُّخَانَ، وَالدَّجَّالَ، وَالدَّابَّةَ، وَطُلُوعَ الشَّمْسِ مِنْ مَغْرِبِهَا، وَنُزُولَ عِيسَى ابْنِ مَرْيَمَ، وَيَأْجُوجَ وَمَأْجُوجَ، وَثَلَاثَةَ خُسُوفٍ: خَسْفًا بِالْمَشْرِقِ، وَخَسْفًا بِالْمَغْرِبِ، وَخَسْفًا بِجَزِيرَةِ الْعَرَبِ، وَآخِرُ ذَلِكَ نَارٌ تَخْرُجُ مِنَ الْيَمَنِ تَطْرُدُ النَّاسَ إِلَى مَحْشَرِهِمْ». رواه مسلم (2901). Huzayfaa ibn Asiidi Al-Gifaariyyi irraa odeeffame (RA): Nabiyyiin SAW gara keenya dhufan; nuti waa'ee Qiyaamaa yaadachaa turre. Innis akkana jechuun nu gaafate: “Maal wal yaadachiisaa jirtu?” Nuti: “Waa'ee Qiyaamaa yaadachaa jirra” jenne. Innis akkana jedhe: “Dhugumatti, Qiyaamaan hanga mallattooleen kudhan ishee dura argamanitti hin dhaabbattu.” Ergasii mallattoolee kana tarreessan: • Aara guddaa. • Dajjaala. • Dabbaatul-Ardi. • Aduun dhiha irraa bahuu. • Nabi Iisaa ilma Maryam bu'uu. • Yaa'juuj fi Ma'juuj. • Lafa bahaan liqimfamuu. • Lafa dhihaan liqimfamuu. • Lafa Ardii Arabaa liqimfamuu. • Ibidda Yaman keessaa bahuun namoota gara bakka walitti qabamaatti oofuu dha. (Sahiih Muslim, Hadiisa 2901) Gorsa xumura Obboleeyyan Muslimaa! Mallattooleen Qiyaamaa kun nu yaadachiisuu kan qaban Qiyaamaan dhufuun dhugaa ta'uu, addunyaan kun yeroo gabaabaa ta'uu fi jireenya Aakiraa qophaa'uun barbaachisaa ta'uu isaati. Rabbiin akkana jedha: ﴿يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ وَلْتَنظُرْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ لِغَدٍ وَاتَّقُوا اللَّهَ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ﴾ سورة الحشر: 18. “Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaa. Lubbuun hundi waan boruuf (Guyyaa Qiyaamaaf) dursitee ergite haa ilaaltu. Rabbiin sodaadhaa. Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan hunda beekaadha.” (Suuraa Hashrii keewwata 18) Rabbiin Qiyaamaa dura iimaana, tawbaa fi hojii gaarii irratti nu haa dhaabu. Yaa Rabbi! Kaatimaa teenna nu tolchi. Aamiin Qopheessaan: Ustaaz Xaahir Galatoo Ragaalee dhihaatan 👇 https://t.me/Dhugaan_Dhufe/4417?single
ещё
4 0 14 ноя, 17:43
Of jaallachuun ofittummaa miti. Of kunuunsuun, madaa kee irraa fayyuu fi guyyaa guyyaadhaan fooyya’aa ta’uun imala jireenyaa kee keessaa isa guddaa dha. 💚 ━━━━━━━━━━━
ещё
2 0 3 ноя, 11:31
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней