Аналитика Telegram-канала
Подписчики
3 876
Охват за 24 ч
12
ER за 24 ч
0,31%
Публикаций
1 914
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
23 окт26 окт29 окт
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
09.1009.1009.1009.1010.1024.10
5
Средний охват
7
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
38
Упоминаний
23
Из них репостов
6
Каналов
822
Упоминаний
491
Из них репостов
171
Каналов
Последние посты
3 из 1 914 2 из 1 914Free #INTERNET
Akkam jirtan ngy keessanii?
Namoota #WiFi yeroo hunda argachuu hin dandeenyeef free internet sirri akkamitti akka fayyadamtan isiniin garsiisa!
👍 gochuun natti agarsiisaa!
👇👇👇
@Ademo_tech
ещё
5
0
1 24 окт, 22:43
Yuunivarsiitota hamma ammaatti barattoota haaraa isaaniif waamicha hin godhin kanneeni
1. Ambo University
2. Arsi University
3. Wollo University
4. Jinka University
5. Gambella University
6. Samara University
7. Mekdela Amba University
8. Mekelle University
9. Adigrat University
10. Debre Markos University
11. Aksum University
ещё
7
0
10 окт, 14:00
#Waamicha #Freshman #Yuunivarsiitii_Bulee_Horaa
Waamicha barattoota haaraa Yuunivarsiitii Bulee Horaa
Bara 2019 barattoota haaraa Yuunivarsiitii Bulee Horaatti ramadamtaniif akkasumas bara 2018 barattoota Sagantaa Reemeediyaaliin barnoota keessan hordofaa turtanii qabxii darbiinsaa fiddaniif guyyaan galmee Onkoloolessa 16 fi 17 bara 2019 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Wantoota galmeef barbaachisan;
● Sartafikeettii kutaa 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
● Tiraaniskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii isaa
● Kaardii kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii isaa
● Suuraa gurdii afur
● National ID
● Ansoolaa, uffata qorraa, uffata boraatii fi hidhannoo Ispoortii
Waamicha Barattoota haaraa fi sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitiiwwan biroo argachuuf channel keenya join taasisaa!
ещё
7
0
1 9 окт, 19:36
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней