Каталог каналов Мои подборки Мои каналы Поиск постов Рекламные посты
Инструменты
Каталог TGAds Мониторинг Детальная статистика Анализ аудитории Бот аналитики
Полезная информация
Инструкция Telemetr Документация к API Чат Telemetr
Полезные сервисы

Не попадитесь на накрученные каналы! Узнайте, не накручивает ли канал просмотры или подписчиков Проверить канал на накрутку
Прикрепить Телеграм-аккаунт Прикрепить Телеграм-аккаунт

Телеграм канал «Jechoota Saayikoloojii 🧠»

Jechoota Saayikoloojii 🧠
40
0
11
9
3
Подписчики
Всего
380
Сегодня
0
Просмотров на пост
Всего
193
ER
Общий
34.04%
Суточный
26.3%
Динамика публикаций
Telemetr - сервис глубокой аналитики
телеграм-каналов
Получите подробную информацию о каждом канале
Отберите самые эффективные каналы для
рекламных размещений, по приросту подписчиков,
ER, количеству просмотров на пост и другим метрикам
Анализируйте рекламные посты
и креативы
Узнайте какие посты лучше сработали,
а какие хуже, даже если их давно удалили
Оценивайте эффективность тематики и контента
Узнайте, какую тематику лучше не рекламировать
на канале, а какая зайдет на ура
Попробовать бесплатно
Показано 7 из 40 постов
Смотреть все посты
Пост от 04.05.2026 21:21
6
0
0
1.Danqamaan danqaraa cabsa.

2.Jaartii karaa barte awwaaratu itti urgaa'a.

3.Garaa okkolurra miila okkolu wayya.

4.Hiyyumaarra ulfaatti? Jedhe namichi ashaboo mataatti baate.

5.Ergaa lama himuun irraanfachiisuudha.

6.Maraatu fi soreessi akka barbaadetti dubbata.

7.Kan hiyyeessa silaa hin tole lukkuutu gatata.
🥰 1
Пост от 04.05.2026 21:20
1
0
0
Danqamaan danqaraa cabsa.

Jaartii karaa barte awwaaratu itti urgaa'a.

Garaa okkolurra miila okkolu wayya.

Hiyyumaarra ulfaatti? Jedhe namichi ashaboo mataatti baate.

Ergaa lama himuun irraanfachiisuudha.


Maraatu fi soreessi akka barbaadetti dubbata.


Kan hiyyeessa silaa hin tole lukkuutu gatata.
Пост от 02.05.2026 20:31
27
0
1
Jechoota_Hayyootaa

1. Farda lagaan ga'uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu

(Ingilizoota) jedhu.

2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani

(Faraansaayootaa)

3. Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu!

(Oromoota)

4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu!

(Afrikaanota)

5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta'u!

(Ariyaanotaa)

6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa

(Gaa'elikaanota)

7. Osuma barnoonni galaana ta'uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda'an

(Gaa'elikaanota)

8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta'uuf akka jiru bekuuuf nan dhama'a.

(Abraham Linkon)

9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru.

(Oromoota)

10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga'a

(Afrikaa kibbaa)

11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa'atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu

(Nayijeeriyaanota)

12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu!

(Taanzaniyaa)

13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini

(Xaaliyaanotaa)

14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha!

(Araboota)

15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin.

(Ingilizoota)

16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda'u immoo, nama abshaala! (

Ayerlaandota)

17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti.

(Oromoota)

414 irratti kan ibsame

18 Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun

(Oromoota)

19. Taa'umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa!

(Oromoota)

20. Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa!

(Afrikaanota

Jechoota: @saayikoloojii
🥰 1
Пост от 01.05.2026 15:59
7
0
0
"Rakkoon jira jechuun bu'aan hin argamne jechuu osoo hin taane hubannaa haaraan barbaadamu dhabamuu isaati"

Albert Einstein
Пост от 23.04.2026 08:58
47
0
0
Osoo funyoon hin jirree
Maaltu muka yaabbata
Damma nyaachuuf Abdata!


Osoo seenaan hin jiree
Maaltu hadha of yaadata
Eenyummaa-saa dubbata !!

@saayikoloojii
Пост от 12.04.2026 07:30
57
0
0
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana  du'aa ka'uu YESUS Isa bara 2018'n isin gahe, ayyaanni Kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u.
YESUS DU'AA KA'EERA!
Пост от 12.04.2026 07:30
3
0
0
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu YESUS Isa bara 2018'n isin gahe, ayyaanni Kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u.
YESUS DU'AA KA'EERA!
Смотреть все посты