Аналитика Telegram-канала
Подписчики
2 298
Публикаций
3
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
27 окт30 окт2 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
21.1022.10
9
Средний охват
12
Лучший результат
Показаны 2 публикации — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
259
Упоминаний
259
Из них репостов
63
Каналов
0
Упоминаний
0
Из них репостов
0
Каналов
Последние посты
2 из 3 2 из 3Samsung One UI Update Dura Of Eeggannoo Gochuu Qabdu!
Akkuma yeroo dhiyoo kana argaa jirtan, Samsung bilbiloota isaa garaagaraaf Update (One UI Update) haaraa gadhiisaa jira. Haa ta’u malee, bilbiloota tokko tokko irratti fooyya’iinsa kana booda rakkoon sarara magariisaa (Green Line) iskiriinii irratti mul’achuu danda’a jedhamee yaaddoon waan jiruuf, Update kana gochuu keessan dura of eeggannoo armaan gadii gochuun ni gorfama.
1. Bilbiloota moodeela walfakkaataa qaban irratti qorannoo godhaa.
Update kana gochuu keessan dura, namoonni bilbila moodeela keessan wajjin walfakkaatu qaban rakkoo sarara magariisaa kanaan mudataniiru moo hin mudanne jechuun odeeffannoo mirkaneeffadhaa.
2. Bilbilli keessan yoo baay’ee ho’e, update hin godhinaa.
Bilbilli keessan ho’a garmalee yoo qabaate, hanga ho’i isaa hir’atutti eegaa. Sana booda Update isaa raawwadhaa.
3. Qola bilbilaa (Phone Case) irraa baasaa.
Update gochuu keessan dura qola bilbilaa irraa baasuun, bakka qilleensi gaariin jiru fi ho’i isaa madaalawaa ta’e keessatti update gochuun ni gorfama.
Hubachiisa Barbaachisaa!
Bilbila keessan guutummaatti qabbaneessuuf firijii ykn bakka nyaata itti qabbaneessan keessa hin kaa’inaa. Kun bilbila keessan irratti miidhaa dabalataa geessisuu danda’a.
Yaadachiisa: Of eeggannoo kana hunda gochuun gaarii ta’us, rakkoon sarara magariisaa kun update irraa kan ka’e ta’uu isaa yookaan of eeggannoo kanaan guutummaatti ittisuun akka danda’amu hin mirkaneessu.
⚡️@RedOne_Tech
ещё
5
0
3 22 окт, 20:52
ещё
12
1
3 21 окт, 22:54
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней