Аналитика Telegram-канала
Подписчики
16 535
Охват за 24 ч
741
ER за 24 ч
4,48%
Публикаций
11 196
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
14 ноя17 ноя20 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
16.1117.1117.1117.1117.1119.11
231
Средний охват
509
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
32
Упоминаний
30
Из них репостов
6
Каналов
0
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
0
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 11 196 2 из 11 196
Mariin biyyoota sadeenii seenaa qabeessi Ameerikaa, Raashiyaafi Chaayinaa eegalame.
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, kan Raashiyaa Vilaadmiir Puutiifi kan Chaayinaa Shii Jiinpiingi marii biyyoota sadeenij gaggeessuu eegalan.
Pireezidaantonni biyyoota Ameerikaa, Raashiyaafi Chaayinaa sadan qaamaan wal arganii mari’achuun isaanii seenaa keessatti yeroo jalqabaati jedhame.
Chaayinaan hooggantoonni kunneen walga’ii kanarratti dhimmoota nagaa addunyaa waliin walqabatan irratti yaada akka wal jijjiiran ibsite.
Pireezidaanti Tiraampi Chaayinaa magaalaa Sheenzhenitti argamuu isaaniitti gammaduu ibsuun, seenaa akka hojjennu nan amana jedhan.
Biyyoonni sadan miseensota hundeessitoota Mootummoota Gamtoomanii waan ta'aniif, seeraafi sirna idil-addunyaa cimsuuf itti gaafatamummaa qabu jedhan Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin.
Biyyoonni kunneen waraana Raashiyaafi Yuukireen dabalatee, walitti bu'iinsa naannawaae adda addaa keessatti uumaman furuuf fedhii waliinii akka qaban ibsan.
ещё
36
0
19 ноя, 14:09
Itoophiyaa 0 - 1 Moozaambiik
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa gulaallii Waancaa Afrikaan Moozaambiikiin injifatame.
Tapha har'a Istaadiyeemii Bahiirdaaritti taphatameen Waaliyaawwan galchii 1fi 0'n injfataman.
ещё
226
0
17 ноя, 18:00
Magaalaa Maqaleetti jilli dhaabbata mootummoota gamtoomaniifi ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa abbootii amantaa waliin mari’atan
Jilli Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniifi ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa abbootii amantaa magaalaa Maqalee waliin mari’atan.
Jilli kunneen hoggantoota Bulchiinsa Imaanaa Federaalaa Naannoo Tigraay waliin marii erga taasisanii booda, abbootii amantaa waliin mari’atan.
Mariin kun haala waliigalaa naannichaafi dhimmoota hawaasummaa garaagaraa irratti kan xiyyeeffate ture.
ещё
484
0
17 ноя, 15:17
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней