Аналитика Telegram-канала
Подписчики
239
Охват за 24 ч
57
ER за 24 ч
23,85%
Публикаций
157
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
24 окт27 окт30 окт
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
27.1028.1028.1028.1028.1029.10
10
Средний охват
18
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
37
Упоминаний
0
Из них репостов
1
Каналов
90
Упоминаний
22
Из них репостов
3
Каналов
Последние посты
3 из 157 2 из 157Yeroo bohaartii qabna, yoo hordoftoonni keenya nu hordofaa; rakkoo tokko malee kolfaa 🤣🤣🤣🤣🤣☝️☝️📲🤹♂🤹♂🤹♂😁😁. "Fataa zanaa" jedhamee nuu dubbisame!📜. Akka waraqaa qulqulluu irratti barreeffameetti, gammachuun keenya guddaadha 🌟.
Igzaaberiin,_Yesuusiin_fi_Allah_kamitti_amantuu__😂_Dabalataan_immoo_Oromiyaatu_gara_jannataa_deemamoo__Jannatatu_Oromiyaa_dhufaan_kabajamoo_keenya_😂.mp4
ещё
2
0
29 окт, 10:18
Please mucaan Kun qacalee Oromoon qabdu keessaa isa tokko amma Harammayyaa University dhaa Software Engineering barachaa jira kanaaf Amma immoo dorgommii like'n dursuu kennanif yoo injifate tola barata Amma SADA. 3ffaa irra jira maarree hordoftootnikoo mucaa kana jajjabeessaa! Ammuma Link 🖇️ siniif kaa'ee kana tuquun moosisaa! Yeroo tuqxan immoo #Abdii_Masfin Kan jedhu ilaaluun like tuqaafi
Baayyee baayyeen sin jaaladha.
Waan na dhageessaniif Galatoomaa!
👉 https://t.me/sofomar/169
ещё
18
0
28 окт, 21:22
Kuno link kanin seena
👇
🫱https://t.me/sofomar/169
❤️ OBBOLOOTA KOO JAALLATAMOO! ❤️
Amma dorgommii kana keessatti sadarkaa 3ffaa irra jira! 🏆🔥
Obboloota koo, maaloo hundi keessan na deeggaruun postii kana irratti 👍 LIKE naaf godhaa.
Yoo sadarkaa 1ffaa ba'e, koorsii gatii qarshii 16,000 qabu bilisaan barachuuf carraa argadha. Kun barnoota koo fi egeree koo keessatti gargaarsa guddaa naaf ta'a. 🙏📚
Maaloo yoo xiqqaate namoonni 10 naaf LIKE godhaa. Deeggarsi keessan hundi anaaf hiika guddaa qaba. ❤️
👇 LINKII POSTII KANAA CUQAASAA, LIKE NA GOO D HAA! 👇
https://t.me/sofomar/169
Baay'ee isin jaalladha. Deeggarsa keessaniif galatoomaa! ❤️🙏
WALIIN SADARKAA 1FFAA NI GAHNA! 🏆🔥
ещё
18
0
28 окт, 21:22
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней