Аналитика Telegram-канала
Подписчики
1 323
Охват за 24 ч
207
ER за 24 ч
15,65%
Публикаций
56
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
12 ноя15 ноя18 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
04.1107.1108.1110.1113.11
36
Средний охват
54
Лучший результат
Показаны 5 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
51
Упоминаний
21
Из них репостов
2
Каналов
0
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
0
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 56 2 из 56As keessa yoo jiraatte of ilaali.
Nama tokko tokko ka dhukkuba ofirratti hin beeyneen mokkorameetu jira. Namni akkasii san sababa dhukkuba saniitiif waa baayyee takka of jala dabarsaa jira.
~Nama namni naannawa isaatii milkaa'e kamuu isaaf diina tahu. Nama jireenya duniyaa kana keessatti barnootaan ykn duniyaa argachuun ykn qaamaaf sammuu irratti hojjachuun of jijjiiree namoonni isatti ija deeffatan yoo arge inni immoo yeroo cufa faallaa nama sanii dhaabbachuu filata.
Nama naannawa isaa kan jabeenya keessa aduu addaan cabsee gad buusu yoo argeehuu ni dandaha siin jachuu irra sababa barbaadee cinaacha dadhabaa isaa sitti himuu filata.
Namni kun rakkoo waa addaan baafachuutiifii rakkoo dinqisiifannaa hin qabu, nama fagoo kanuma waan xiqqoo takka hojjate "social media" irratti yoo arge isaa akka biraatti hamma hoomachi afaaniin bahutti dubbatee isaa dinqisiifatu argita.
Nama akkasii jiruu tee keessaa yoo hin baafne inuma nama taatee, of taatee as hin baatu. Nama kana dhabuun si hin miidhu, isaan akkanaa jireenya kee keessaa ofirraa baasi.
ещё
36
0
3 13 ноя, 21:57
Seenaa gabaabaa.
Abbaan isaa gaafa humna qabu, dargaggummaa isaatti yeroo hiriyyoonni isaa baratanii, hojii uummatanii manaaf lafa bitachaa turan inni dubartii ariyuu, jalaallee 10 wali qabee saniin dhaadachuu, mana aruuzaaf diggisii irra deemuu, bakka barcaan itti toltu barbaadee barcaa gaarii qofa godhuu irratti dargaggummaa isaa fixe, mana kiraa keessatti fuudhee manuma kiraa sanitti isaan hore, ilmi mana kiraatti dhalate saniis arra bakka tahe takkaa seenuma san irra deebi'u jira !
Maaloo dammaqaa...🥹💔
ещё
42
0
2 4 10 ноя, 21:40
Barri "Majnun Leylaa" dhumatee jiramoo? 💔
Jaalala keessatti akka dur dhiirrii "Majnun Leylaa" tahu dhabamee zero tahaa dhufu jira.
💔Inni keessa isaatti akka biraatti jaalatulleen yoo kaayyoo jiraatuuf qabaate diraamaa jaalalaa san dhiisee deemuu irratti bara kana baroota durii irra cimaa tahaa dhufu jira.
Maaliifi?
1. Jijjiirrama Hiikkaa Jaalalaa:-
• Bara kana: - Jaalalli "mindaa ykn bu’aa maalii qaba?" ykn "jireenya koo guyyaa boruu narraa bareecha moo rakkoo natti taha?" ja'amee laalamaa jira. Saniifuu xiqqo haa carraaqqadhu jachuudhaan onnee jaalalaa san "busy" godhee jira.
2. Ba’aa Diinagdee & Jireenyaa: Jireenyi yeroo ammaa ulfaateera. Dhiirri yeroo qisaasessuu caalaa, humna isaa bakka bu’aa qabuutti fayyadamuu filata. Waa xiqqo ni yaala, yoo jaalala tuffiifi diraamaan keessatti baayyatu tahe itti dhiisee deema.
3. Kabajaa Mataa:- Dur jaalalali jaamaadha ja'anii wal amansiisanii waan jiraniif, odoo akka feete taateehillee jaalala san keessa turuun akka goota jaalalaatti akka dinqisiifamtu si godha. Amma garuu jaalalli jaamaa miti kallattii afranuutti ni argiti hedduu takka miira kabajaatiif bakka kanniiti "jireenyi koo asitti hin xumuramu" ja'anii deemuu barataniiru.
✍:- Dhiirri arraa "Majnun Leylaa" tahuu dhiisuun isaa laafina irraahii miti:- jireenyi ulfaachuu, kaayyoon dursa argachuu, fi kabajaan ofii iddoo guddaa kennamuufiidha!
Yerootu fide.
ещё
54
0
7 8 ноя, 20:10
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней