Аналитика Telegram-канала
Подписчики
215
Охват за 24 ч
21
ER за 24 ч
9,77%
Публикаций
24

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
27 окт30 окт2 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

10.1029.10
8
Средний охват
10
Лучший результат
Показаны 2 публикации — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

1
Упоминаний
0
Из них репостов
1
Каналов
Все упоминания

Последние посты

2 из 24 2 из 24
#Challenge #Share My name is Tolesa Tesfaye, and I’m a fifth-year Software Engineering student at Haramaya University. As you know, gaining experience through remote or freelance projects is important for students in this field. Getting started can be challenging and takes a lot of effort. Miftah has organized a challenge to sponsor two people who receive the most reactions/likes. I’d really appreciate it if you could visit the channel below and react to my profile with a 👍 or ❤️: 👉 https://t.me/Miftahtech/309 ✅ Let’s show the unity and support ! ⚡️remember All I’m asking is for a reaction—nothing else. Thank you so much for your support! 🙏❤️
ещё
5 0 29 окт, 08:42
Hubadhu! 🧠✨ 1. Nama Gaarii ta'uuf wanti barbaachisaan Sababa Tarreessuu osoo hin taanee #Fedhii Qabaachuu Qofadha. ❤️🌱 ✨ Fedhiin gaariin bu'uura jijjiiramaa ti; tarkaanfiin immoo milkaa'inaaf karaa bana. 2. Tarii Wantoonni yommuu iddoo isaanii #Gadhiisuu jalqaban; bakka isaanii Duriitti deebi'aa jiru ta'a. 🔄📈 ✨ Waan dhiistu hundumaa kasaaraa hin se'in; tokko tokko karaa isa caaluuf si qopheessu. 3. Takka takka #Bubbeen Muka Cabsuuf Qofa osoo hin taane, Fageenya hidda Muka sanaa Qorachuuf dhufa. 🌪️🌳 ✨ Qormaannis si cabsuuf osoo hin taane, cimina kee akka beektuuf dhufa. 4. Waan Dumeessa'eef Qofa hin Roobu, Waan aareefis Qofa hin Boba'u. (#Tasgabbii) 🌧️🌍 ✨ Tasgabbaa'i; waan hundumaa yeroo isaatiin hubachuun ogummaa guddaadha. 5. "Otoo na ta'ehoo?" jedhanii yaaduun #Namummaa dha. Ittiin nu haa Eebbisu. 👤👑 ✨ Nama hubachuun gaarummaa dha; garaa namaa hubachuun immoo namummaa dhugaa ti. 6. Yeroo Keetiif #Gatii Kenni, Wantoota dhugumaan Fuldura kee ifa godhan irratti yeroo kee dabarsi. ⏳😊 ✨ Yeroon kee qabeenya hin deebinedha; waan boru kee ijaaruuf har'a itti fayyadami. 7. Yoo irra barattee #LIKE & Share for Your Friends! 👍🔔 ✨ Hubannoo kana nama biraan ga'i; yaadni gaariin yeroo qoodamu jireenya jijjiira. #LifeWisdom #TrustTheProcess #Goodness #SelfBelief #Maturity #Wisdom #Jireenya #Hubannoo
ещё
10 0 1 10 окт, 16:36
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней