Аналитика Telegram-канала
Подписчики
10 422
Охват за 24 ч
530
ER за 24 ч
5,09%
Публикаций
1 293

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
1 ноя4 ноя7 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

10.1010.1022.1024.1029.1006.11
358
Средний охват
1,4K
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

85
Упоминаний
67
Из них репостов
31
Каналов
Нет примеров за последние 90 дней
Все упоминания

Последние посты

3 из 1 293 2 из 1 293
"Doyna namaa jechuun nama ani isa biratti dubbatamee rahmata narratti hin buufneedha." Rasuul (SAW ) "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaanni keessan narra fidamtii." Rasuul (SAW) Guyyaa Jum'aa keessa jirra. Kanaafuu Ergamaa Rabbiirratti rahmata haa buufnu. اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه
ещё
83 0 6 ноя, 08:15
Halkan Jumu'aatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba? قال الله تعالى👇 إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا Rabbiin ol ta'e ni jedhe: Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56) وفي الحديث👇 أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا، Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW) ( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،
ещё
137 2 29 окт, 18:44
Фото
Xiinxala Galgala Kanaa .. ☕️🌙 Boqonnaan torbee ariitiidhaan dhuma; yeroonis fiigichaan dabra. https://t.me/markazibnabbas Boqonnaan torbee ariitiidhaan dhuma; yeroonis fiigichaan dabra. Baay'een keenya waa'ee itti gaafatamummaa fi hojiiwwan torbii haaraa yaaduu jalqabna.. Boru kan maalummaa isaa hin beekneen dhiphanna; bor beelaana ykn dhukkubsanna jechuudhaan gaddina. Sodaan borii gammachuu fi tasgabbii edanaa akka sirraa hatu hin heyyamiin. Yaadadhu, rizqiin (sooranni) hirameera, carraan murtaa'eera. Rabbiin inni guyyoota darban keessatti si gargaare boris si gargaaree rakkoo keessa si dabarsa. • Ni'maawwan si marsanii jiran kanneen dagattee xiyyeeffannaa hin kenniniif irratti Rabbii kee galateeffadhu. • Sammuu kee tasgabeessi: Torban kee bilchinaan karoorsi, kaayyoo kee Rabbii hin duunetti kenni. • Abdiin guutami: Sababni isaas ganamni haaraan kamiyyuu carraa haaraa jalqabbii bareedaaf uumamudha. Galgala kana galgala jaalalaa, tasgabbii fi kan nageenya keessoo Rabbiin nuuf haa godhu.
ещё
159 0 5 24 окт, 21:09
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней