Аналитика Telegram-канала
Подписчики
1 060
Охват за 24 ч
215
ER за 24 ч
20,28%
Публикаций
2 435
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
28 окт31 окт3 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
30.1030.1001.1101.1103.1103.11
55
Средний охват
95
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
10
Упоминаний
3
Из них репостов
5
Каналов
12
Упоминаний
3
Из них репостов
10
Каналов
Последние посты
3 из 2 435 2 из 2 435
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa!
1Tasaloniiqee 5:17
Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰
Akkuma beeksifamee ture guyyaa boriis kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Ebenim, BSC,Fundraising) hundi keessan argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isin yaadachiisna! Miseensa kan taataan obboloota keessan kaasuun harcaatii malee argamnee akka waliin kadhannu isiniin jenna!
👉Obboonni haaraanis haala mijeeffattanii akka argamtan isin yaadachiisna!
#Morning_pray
#Eebbifamaa
#AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
ещё
50
1
2 3 ноя, 21:53
"Rakkinni, baay'isee yoo isaan qore iyyuu safara malee gammadanii, deegni isaanii badduu baasa yoo ta'e iyyuu gargaarsa kennuudhaaf safara malee arjoomaniiru;"
- 2Qor. 8:2
Akkam jirtuu obboloota jaallatamoo 🥰ayyaanniif nagaan waaqayyoo isiinf haa baay'atuu.
👉 Sanbata xiqqaa fuuldura keenya(28/02) jiru "food sharing" obboloota keenya karaa irra jiraniif akka teami Ebenimitti ciree keenya guyya tokko dhiisuun hojjechuuf waan jirruuf obboloonni cafe taatan ID keessan suuraa kaasuun screenshot username asii gaditti argamuun akka nuuf ergitan jaalalaan isin gaafanna.
👉 Ijolleen warri non cafe taatanis kan guyyaa tokkoo(ciree) kara dandeessaniin cover akka gootan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna🥰
HUB: ID keessan kan nuuf ergitan gaafa sanbata xiqqaa ganama cafe akka hin galle isin yaadachisna. EEBBIFAMAA😍
👉 @beckymayana
👉 @gike7
#FOOD_SHARING
#TEAM_EBENIM
#AASTU_FOCUS
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
ещё
53
0
2 3 ноя, 11:34
Second year batch retreat photos
#aastufocus
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
ещё
95
1
12 1 ноя, 20:03
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней