Аналитика Telegram-канала
Подписчики
523
Охват за 24 ч
107
ER за 24 ч
20,46%
Публикаций
3 737
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
9 ноя12 ноя15 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
11.1112.1113.1113.1114.1114.11
18
Средний охват
26
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
6
Упоминаний
6
Из них репостов
6
Каналов
117
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
1
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 3 737 2 из 3 737
#REMEDIAL_STUDENTS
Akkam jirtu maatiin FOCUS HARMEE.
Barattoota remedial program gara mooraa Dilla University tti ramadamtan maraaf, fellowship barattoota Afaan Oromoo FOCUS Dilla ergaa isiniif qabdi. Innis barattoonni keenya yeroo gara mooraa dhufan bakka waaqeffannaa fi wantoota kan biroo akka hin rakkanneef link ittiin barattoonni galmaa'an qopheessitee jirti.
Haaluma kanaan barattoonni sangataa remedial link armaan gadiin akka galmooftan.
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdYzR6Lci81VUfl4_mqkLfqQ1c18o_CEBcNbhZSfkXpsUmXPg/viewform?usp=header
Barattoonni kaan (freshman fi senior) immoo barattoota remedial beektan akka galmaa'an jajjabeessaa.
Eebbifamtaniittu!
Follow our social media
Focus Dilla Media
TikTok
Facebook
Telegram
YouTube
https://www.tiktok.com/@focus_dilla/video/7708064107341040916?is_from_webapp=1&sender_device=pc&web_id=7707732872857257524
ещё
11
1
1 14 ноя, 21:12
#Anis_Nan_Xumura
#FOCUS_Harmeef_Of_Hin_Qusadhu
#Belay_Tasisa
#Qarshii_3000
==========
#Belay_Tasisa eebbifamaa bara 2011E.C kan ta'e.ergaa deggarsa keenyaa toora media irratti arguun #Eebbifamee_Bahu_Iyyuu_Yoomiyyuu_Focus_Harmee_Hin_Dagadhu Anis #Nan_Xumuura jechuun #Qarshii_3000 ijaarsa guddicha FOCUS Dillaaf gumaachee jira.
Waaqayyo bara kee haa eebbisu.
=================
Namoota nu deggaruu barbaaddaniif kuusaan qusannaa keenyaa
#CBE 1000451658477 Focus visionary team.
Obboloonni maallaqa galchitan karaa link telegram https://t.me/FOCUS_HARMEE screenshot gochuun nuuf ergaa.
Eebbifamaa hafaa🙏
=================
ещё
23
1
14 ноя, 07:41
#Anis_Nan_Xumura
#FOCUS_Harmeef_Of_Hin_Qusadhu
#Dr.Sooressaa fi #Dr.Kumaa
#Qarshii_50,000
==========
#Dr.Sooressaa fi #Dr.Kumaa jedhamu. Dr.Sooressaan ogeessa fayyaafi Lecture Dillaa University kan turan. Dr.Kumaan immoo hiriyaa isaaniiti isaanis barsiisaa Wollega University kan turan yeroo ammaa kana biyya Ameerikaa Minisoota kan jiran #Nuyis_Nii_Xumurra jechuun #Qarshii_50,000 ijaarsa guddicha FOCUS Dillaaf gumaachanii jiru.
Waaqayyo bara keessan haa eebbisu.
=================
Namoota nu deggaruu barbaaddaniif kuusaan qusannaa keenyaa
#CBE 1000451658477 Focus visionary team.
Obboloonni maallaqa galchitan karaa link telegram https://t.me/FOCUS_HARMEE screenshot gochuun nuuf ergaa.
Eebbifamaa hafaa🙏
=================
ещё
13
1
13 ноя, 21:08
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней