Аналитика Telegram-канала
Подписчики
3 474
Охват за 24 ч
342
ER за 24 ч
9,84%
Публикаций
1 055

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
13 ноя16 ноя19 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

27.1030.1030.1030.1007.1117.11
388
Средний охват
1,8K
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

123
Упоминаний
59
Из них репостов
15
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 1 055 2 из 1 055
Hangaftoota keessa situu na gargaare Lubbuu koo du'arra sihi kan baraare Kiyyoo diinaa jalaa Mika'eel na oolche Fuldura koo bahe daandii koonaaf tolche Bahiraanin gargaarte du'arra baraartee Xalayaa gadda isaa gammachuuti jijjirte Hin jiru Mika'eel kan siin dadhabamuu Araarsuma keetiin hunduu ol qabamu Darbeera hundumtuu yeroof ulfaatulle Rakkiniif dhiphinni akkam baay'atulle Qulqullu Mika'eel gargaaraa naaf ta'e Galana cubbu san maqaa isanaan ce'e Qulqulluu Mika'eel jedhee kan waamate Yoomille hin qaana'u kan sitti abdate Akka Afomiyaa du'a mo'ee gala Rakkon koos hundumtuu siin argata fala Rakko addunyaa laali kootu ariifadhu Akka nuti hin bannef maaloo nu gorfadhu Ergamaa guddicha bara dhumaa ka'u Qulqullu Mikaa'el enyuu sin danda'u https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
ещё
25 0 17 ноя, 15:02
Фото
Waamamtanii jirtu Wal argaan galma WDB Wirtuu waacaaletti
ещё
69 0 7 ноя, 22:13
Amanamaa fayyisaakoo ✝ Amanamaa fayyisaakoo daawwa addunyaa Maaraaf gooftaan ana jedhe buddenni jireenyaa Kennaa isaas sooradhe anoo beela ba'eera Hin dhoobodhu wayinii jireenyaa isarras dhugeera Inni buddena jireenya hunda beela baasu Hin argamne hin argamu kan akka Iyyesuus Ani fakkesuuf miti itti hiiqee argeera Jaalala inni naaf qabus haalaan hubadheera Golga dhugaa na uffise ayyana isa inni Kanaaf kan nahindandeenye dhaadatullee diinni Ani kanan jiraadhu bobaa Iyyasuus jala Kan nabaadhaste eeyye haati jaalalaa Adunyaadhaaf ifa innii duungoo isa hin dhaamne Tiksee Gaariidha eyyee isa hin jijjiramne Namni isatti amane golgamee jiraata Biyya lafaa obsuun moonan biyya jiraattotaa Nagaa kan labsu hundaaf golga jibbaa diigee Jaalala nubarsiisuuf ofiisaatii dhiigee Bakka keenya bu'eetoo dadhabaa fakkatee Nurraa kaasuuf abaarsa kana hunda raawwate Dhangala'uu dhiiga isaan bilisumma arganne Chaaphaa hin haarefamneen mallateefamne Dhugnee dheebuu nubaase gonka nu fayyise Jiraataan baraa bara tokkumman nuuf labse https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
ещё
355 10 30 окт, 09:50
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней