Аналитика Telegram-канала
Подписчики
3 102
Публикаций
96

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
27 окт30 окт2 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

23:2123:2323:23
29
Средний охват
30
Лучший результат
Показаны 3 публикации за 23 октября Больше статистики →

Упоминания

1 418
Упоминаний
19
Из них репостов
128
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 96 2 из 96
💡 2. Akkamitti Xinxalla (Yaadna)? (Positive & Spiritual Mindset) 🌿 A. Beekumsa fi Ragaa (Evidence) Irratti Dhaabbachuu 📖 Xinxaluun (Yaaduun) yaada salphaa miti; inni beekumsa fi amantaa cimaa irratti kan hundaa’eedha. 🤲 Gaafa waan tokko dhabdu: "Uumaan koo kana naaf hin feene, sababni isaas waan kana caalu fi guddaa naaf qopheesseeti" jettee amanta. 💎 Qorumsi gaafa sitti jabaatu: "guddinni fi badhaadhinni guddaan na eeggata, kanafis qorumsi koo jabaate" jettee gammachuun Alhamdulillah jetta.
ещё
30 0 1 3 23 окт, 23:23
📌 B. Dhiibbaa (Negative Energy) Hiriyyaa ⚠️ Xiinsammuun akka mirkaneessutti, Anniisaan (Energy) yaadaa nama daddarbaa. 👥 Hiriyyaa waan hundatti, cal'isee dhiphatu fi abdii kutate bira yeroo turtu, sammuun kee utuu sirraa hin beekamin anniisaa isaa negative sana xuuxa. 📉 Isas gargaarutii hin dandeessu, ofis gara dhiphinaatti gadi harkista. 🚪 Decision: Jireenya kee keessaa namoota akkasiitti daangaa gochuun (boundary set gochuun) dirqama ta'a; sababni isaa inni har'a kee qofa osoo hin taane, fuula dura kees dukkanaasuu danda'a.
ещё
27 0 23 окт, 23:23
🛑 1. Maaliif Cinqamna? 📌 A. Hojii Kenyaa dhiisne Hojii Rabbi Keessa Waan seenefi 🌌 Namni yaada negative-tiin cinqamu hundii sababa guddaa tokko qaba: Waan sammuun namaa too’achuu hin dandeenye too’achuu yaaluu. ⚡ Daangaa keenya: Hojiin kenyaa har’aa yaaluu, carraaqqii gochuu fi tarkaanfii fudhaachuudha. 🌌 Hojii Rabbi: Boru maal akka ta’u, hireen keenya eessa akka gahu fi bu’aan isaa maal akka ta’u murteessuun hojii Uumaati. 💥Gaafa hojii keenya dhiisne hojii Uumaa keessa sennu, sammuun keenya ba’aa humna isaa ol ta’e baata. Dhiphinni fi sodaan kan uumamu as irrattidha!
ещё
29 0 3 23 окт, 23:21
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней