Тарифы до −50% до 30.11
Аналитика Telegram-канала
Подписчики
46 509
Охват за 24 ч
4,5K
ER за 24 ч
9,57%
Публикаций
9 659

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
21 ноя24 ноя27 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

20.1120.1120.1122.1122.1124.11
357
Средний охват
725
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

178
Упоминаний
154
Из них репостов
12
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 9 659 2 из 9 659
Фото
#Beeksisa_Qacarrii Dhaabbanni Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaa'aa Ambo Guder bakka duwwaa hojii banaa qabu irratti hoji barbaaddota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Odeeffannoo biroo argachuu 👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et Follow gochuun maatii ta'aa
ещё
725 2 24 ноя, 20:37
Фото
Ogummaan Barsiisummaa safuu qaba.faallaa kanaa #Barsiiftuun safuu Cabsuun Barataa ishee waggaa 12tiif deesse hidhamtee. &&&&&&&&&&&& Awustiraaliyaatti barsiiftuun duraanii takka mucaa waggaa 12 waliin ciiftee ilma irraa godhachuun isheetiin hidhaan waggaa saddeetii fi ji'oota jahaa itti murame. Naa'omii Teekiyaa Kireeg nama ganna 34ti. Lixa Awustiraaliyaatti himata 12 irratti dhiyaateen yakkamtuu jedhamte. Dubartiin tun bara 2023 barsiiftuu gosa barnootaa muuziqaa mana barnootaa Maanduraah kan kibba Peerz keessarri argamuu turte. Boodarra hariiroo maatii isaa waliin uummatte. Haadha isaa waliin walitti dhiyaatte, geejjiba mana barnootaanis isa gargaaruu eegalte. Mucaan kun booda mana barnootaa jijjiirus Kireeg garuu hariiroo isa waliin qabdu itti fufte. Furtuu manaas maatii isaatiif kennite. Sarbamni kun wayita mucaan waggaa 12 gahu raawwatame. Waggaa tokkoo oliifis itti fufe. Gochaan kun kan barame haati mucaa shakkuun kaameeraa nageenyaa mana keessatti erga hiite booda. Viidiyoon isaas poolisiif kenname. Kireeg Muddee 2025 kan to'annoo jala oolte yoo ta'u, ji'a itti aanutti immoo daa'ima dubaraa deesseetti. Qorannoon DNA mucaan sun abbaa daa'imichaa ta'uu isaa mirkaneesseera.Yeroo murtii adabbii Sadaasa 17, 2026 Mana Murtii Aanaa Peerz keessatti kennameen, Abbaan Seeraa gochaa kana "gochaa amantaa irra kaa'ame cabsuu cimaa" jechuun ibsaniiru. Mucaa kanaaf kennaawwan adda addaa bitaa, sochii isaa miidiyaa hawaasaa irratti hordofaa, akkasumas isarraa ijoollee dabalataa godhachuu akka barbaadu itti himaa akka ture mana murtiitti himameera. Abbootiin alangaa miidhaan kun mucaa kanaa fi maatii isaa irratti dhiibbaa yeroo dheeraa turu geessisuu akka danda'u dubbataniiru jedhe gabaasni BBC. Kireeg hidhaa waggaa ja'aa fi ji'a ja'aa erga xumuree booda dhiifamaan gadhiifamuuf gaaffii dhiyeessuuf ulaagaa ni guuta. ogummaan Barsiimmaa mataa ogummaa hundaatii. Barsiisan fakkeenya hawaasati, Barsiisaan safuu yoo cabsee akka uffata adiitti fageenya irraa Mul’ata. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf link armaan gadiitiin seenuun facebook 👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et Follow gochuun maatii ta'aa
ещё
106 0 22 ноя, 06:08
Фото
ещё
288 0 22 ноя, 06:06
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней