Аналитика Telegram-канала
Подписчики
22 084
Охват за 24 ч
982
ER за 24 ч
4,45%
Публикаций
7 792
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
14 ноя17 ноя20 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
17.1117.1118.1118.1118.1118.11
305
Средний охват
1,3K
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
2 482
Упоминаний
319
Из них репостов
16
Каналов
489
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
4
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 7 792 2 из 7 792Kooriyaa Kibbaatti Barattoonni Qormaata Seensaa Yuunivarsiitii Fudhatan, Sababa Hanna 'AI' Tiif Maanxariin Isaanii Sakatta'amuu Eegale!
Mootummaan Kooriyaa Kibbaa qormaata biyyoolessaa seensa yuunivarsiitii (CSAT) torban kana kennamu irratti, barattoonni maanxarii ijaa godhatan hundi sakatta'iinsa cimaa akka taasisan ajajeera. Murteen kun kan darbe, qoramaan qormaata Ogeeyyii Herregaa (Tax Accountant) biyyattii keessatti baay'ee ulfaataa ta'e tokko irratti qabxii olaanaa fide, maanxarii ijaa kaameeraa dhokataa qabuu fi teeknooloojii 'AI' fayyadamuun qormaata hatuu isaa erga amanee boodadha.
Ministirri Barnootaa biyyattii Choy Kiyoo-jiin akka ibsanitti, kutaalee qormaataa hunda keessatti maanxariin ijaa sakatta'iinsi ni taasifamaaf. Maanxariin ijaa kaameeraa, maayikiroofoonii fi teeknooloojii Artifishaal Intalijansii (AI) qaban kamiyyuu gara kutaa qormaataatti galchuun guutummaatti dhorkaadha. Barataan meeshaalee ammayyaa kanneen fayyadamee qormaata yoo hatee argame adabbii yakkaatiin kan gaafatamu ta'uu akeekkachiisaniiru.
Namichi qormaata Herregaa irratti qabame kun, maanxarii kaameeraa qabuun gaaffilee suuraa kaasuun, hatattamaan 'AI' gargaaramuun deebii isaa bilbila isaa irratti ilaalaa akka hate poolisii Se'uulitti amaneera. Taatee kana hordofuun, qormaata seensaa yuunivarsiitii biyyattii boru (Kamisa) eegaluu fi sa'aatii 8 guutuu fudhatuuf, barattoota kuma 550 ol qoramaniif sakatta'iinsi cimaan ajajameera. Akkasumas, sagaleen xiyyaaraa barattoota akka hin jeeqneef jecha balaliin xiyyaaraa walakkaa sa'aatiif akka dhaabbatu taasifameera.
Babal'achuun maanxariiwwan ijaa teeknooloojii 'AI' qaban (fakkeenyaaf oomishaalee akka Meettaa), biyyoota Eeshiyaa bahaa keessatti eegumsa qormaataaf yaaddoo guddaa ta'aa dhufeera. Barana qofa Kooriyaa Kibbaa, Taayiwaanii fi Chaayinaa keessatti barattoonni meeshaa 'Smart glasses' kana fayyadamanii qabamuu isaaniitiin to'annoon qormaataa haalaan cimuun isaa gabaafameera.
💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇
@waf37fspainbv💌
ещё
128
0
18 ноя, 19:02
ещё
100
0
18 ноя, 19:02
Itoophiyaan birmadummaa fayyaa ofii kabachiisuuf gahumsaafi dandeettii barbaachisu ijaarteetti- Dr. Maqdas
Sadaasa 9/2019
Itoophiyaan dura teessuu Fandii Dhibee Weerara Addunyaa taatee filatamuun Afriikaan waltajjii addunyaa irratti sagalee ishee akka dhageessiftu carraa guddaa kan uumu tahuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Yaa'iin Boordii Fandii Weerara Dhibee addunyaa 25ffaan Magaalaa Finfinnee Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaatti taa'amuu eegaleera.
Sirna Baniinsa walgahii kanaa irratti ergaa kan dabarsan Ministirri Fayyaa Dr. Maqdas Dhaabaa akka jedhanitti, Itoophiyaan dura teessuu Boordii Dhibee Weeraraa addunyaa ta’uuf filatamuun ishee yaada alaa fudhachuu qofa osoo hin taane gama yaada fi karoora maddisiisuu, akkasumas Faayinaansii sochoosuun hoggansa sadarkaa ardiitti laachuu ishee dandeessisu agarsiisuuf ta’uu ibsaniiru.
Weerara Dhibee Koronaatiin booda Osoo weerarri dhibee kamuu hin mudatin dura humna dandamachuufi ittisuu ijaaruuf kan hundeeffame Boordichi, Magaalaa Finfinneetti Yaa'iisaa Gaggeessuun, jijjiirama qabatamaa Itoophiyaan damee fayyaa irratti fidaa jirtu addunyaatti agarsiisuufis carraa gaarii ta’uus himaniiru.
Yeroo weerara Dhibee COVID-19'tti Itoophiyaan bu'aa Qorannoo laabraatoorii fi DNA'f biyya alaatti erguun eeggachaa akka turte yaadachiisuun, rakkoo kana furuuf, biyyattiin waggoota lamaan darban keessatti tattaaffii cimaa godhameen Birmadummaa fayyaa ofii kabachiisuuf Gahumsaafi dandeettii barbaachisu ijaaruus ifoomsaniiru.
Doktar Maqdas itti dabaluun Ministerri Fayyaa Itoophiyaa Hoj-maata ammayyaa gahumsa sirna fayyaa Itoophiyaa guddisu hojiirra oolchuun bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiraachuus ibsaniiru.
Tatamsa’ina weeraraa Dhibee to’achuuniis milkaa’ina guddaa mallattoofi fakkeenya gahumsa sirna fayyaa addunyaa ta’e galmeessisuun danda'amuus addeessaniiru.
Itoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti raawwii hojii dhibbeentaa 62 irraa gara dhibbeentaa 70'tti ol guddisuun, qophii fi deebii weerara dhukkubaaf Ulaagaa Dhaabbanni Fayyaa addunyaa baase irratti dhibbeentaa 8'n bu'aa daballii agarsiise galmeessuun akka danda’ames Doktar Maqsas beeksisaniiru.
Dabalatasniis Itoophiyaan tattaaffiin ittisa weerara dhibee kanaa Imaammata Fayyaa Tokko kan Fayyaa namaa, Beeyiladaa fi Naannoo walitti fiduun hojii xiyyeeffannoo guddaan hojjatteen bu’a qabeessa ta’uu ibsuun, kunis aadaa walta’iinsa fayyaa, Qonnaa fi qooda fudhattoota biroo gidduutti uumame kan agarsiise ta’uu ibsaniiru.
Yaa'iin kuni guyyoota lamaaf kan gaggeeffamuufi deeggarsa Maallaqaa haaraa kan raggaasisu akkasumaas, weerara Dhibee Iboolaa Afrikaa keessatti mul’ate dabalatee weerara daangaa qaxxaamuraa biroo ittisuuf qajeelfamaafi Kallattii ni kaa’a jedhamee eegama.
💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇
@waf37fspainbv💌
ещё
1 326
0
18 ноя, 18:28
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней