Аналитика Telegram-канала
Подписчики
354
Охват за 24 ч
58
ER за 24 ч
16,38%
Публикаций
1 533
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
19 ноя22 ноя25 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
20.1120.1121.1122.1122.1122.11
12
Средний охват
27
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
33
Упоминаний
33
Из них репостов
4
Каналов
0
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
0
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 1 533 2 из 1 533#Murtii Mana Marii Federeshiniin Gaafa Guyyaa 03/11/2018 Laate Kana Waliin Haa Ilaallu ====////====////====////====////
Bu’uura SHH Keewwata 1195(1) tiin, namni ragaa mirkaneessa qabiyyee qabeenyaa karaa seera qabeessa ta’een kenname qabu, abbaa qabeenyaa ta’uu isaa irratti tilmaamni seeraa ni jiraata. tilmaamni seeraa kun kan diigamuu danda’u kaartaan sun seeraan alatti kennamee jiraachuu yookaan sanada sana kennuuf qaamni aangoo hin qabne kennuu isaa yoo mirkanaa’e qofa SHH kew 1196(1). Haala kanaan alatti, ragaa namaa irratti hundaa’uun yookaan “maallaqa baaseera” jechuun falmii dhiyeessuun qofti tilmaama seeraa kana diiguuf gahaa miti.
Akkasumaas, bu’uura Heera Mootumma Keewwata 40(1) fi (2) tiin, mirgi abbummaa qabeenyaa kan eegumsa seeraa argatu qabiyyee karaa seera qabeessa ta’een qabame irratti qofa. Kanaafuu, yeroo gaa’elaa keessatti abbaan manaa fi haati manaa lafa maqaa maatii isaanii (warra isaanii) irratti galmaa’e irratti maallaqaa fi humna isaanii baasuun mana ijaaranii yoo ta’ellee, lafti sunis ta’e manni lafa sana irratti ijaarame qabeenya waliinii abbaa manaa fi haadha manaa ta’uu hin danda’u.
Ijaarsa mana sanaa irratti yeroo gaa’elaa keessatti abbaa manaa fi haati manaa baasii maallaqaa yookaan gumaacha taasisan yoo jiraate, baasii isaanii deebifachuuf gaafachuu malee, mana lafa nama biraa maqaa isaatiin galmaa’e irratti ijaarame sana “qabeenya keenya waliinii ti” jechuun gaaffii qoodinsa qabeenyaa dhiyeessuu hin danda’an.
Kanaafuu, yeroo gaa’elaa keessatti lafa maqaa warra (maatii) tokkoo irratti mana ijaarame, qabeenya waliinii abbaa manaa fi haadha manaa osoo hin taane, qabeenya abbaa lafaa akka ta’etti ilaalama. Yeroo gaa’elli diigamu (hiikamu), mirgi abbaa manaa fi haadha manaa kan eegamu maallaqa ijaarsa mana sanaaf baasaniif, gumaacha isaanii irratti hundaa’uun akka deebifamu gaafachuudhaan malee, qabeenyaa ykn mana sana akka qoodamu gaafachuudhaan miti jechuun murtii laateera.
👇👇👇👇
ещё
8
1
22 ноя, 07:55
ещё
6
1
22 ноя, 07:54
ещё
1
0
22 ноя, 07:53
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней