Аналитика Telegram-канала
Подписчики
574
Охват за 24 ч
44
ER за 24 ч
7,67%
Публикаций
291

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
27 окт30 окт2 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

27.1028.1028.1028.1028.1002.11
10
Средний охват
17
Лучший результат
Показаны 6 публикаций — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

40
Упоминаний
19
Из них репостов
2
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 291 2 из 291
Фото
Faaruu Ajaa'ibaati nama itti dhiyaate dhaggeeffate qofaatu hubata deema daawwadha https://youtu.be/Wvv3hGGKfHY?si=0LE_JIJCfVvZKWnQ
ещё
17 0 2 ноя, 13:47
Видео
ещё
10 0 28 окт, 20:15
Фото
Agaa dhagahaa, toltuu dhagahaa! Faarfataan keenya Galata Itafa faarfannaa albamii isaa isa 3ffaa, mata-dureen isaa “Biyya Keenya Yeroo Dhiyootti Deemna” jedhu qabatee nuuf dhufaa jira! Dhuguma, faarfataan kun qorumsa garaagaraa keessa darbeera. Yeroo qorumsi isa irratti baay’atee fi haalotni rakkisoon isa mudatanitti, gargaarsa Waaqayyootiin keessa darbee har’a ga’eera. Ijoollummaa isaa irraa kaasee haalota rakkisaa dabarsaa ture. Haa ta’u malee, gargaarsii fi eegumsi Waaqayyoo yeroo hunda isa bira ture; inni Waaqayyotti amaanatu isaa hin dhiisne. Faarfannaan inni amma qabatee dhufaa jiru, “Biyya Keenya Yeroo Dhiyootti Ni Deemna” jedha. Dhuguma, biyya keenya ni deemna—nuti hundi keenya! Faarfannaa kana sababeeffachuun, Gareen Of-Qopheessitootaa Duula Hafuuraa sagantaa guddaa qopheessee jira. 📅 Guyyaa: 28–29/2/2019 E.C. 📅 Guyyaa Awurooppaa: November 7–8, 2026 Guyyaa sana, kadhannaan, faarfannaan,lallaban warronni dura waaqayyootti nu dhiyyesan ni jiru . Nuti hundi Gooftaa duratti dhiyaannee ni kadhanna; ergaa dubbii Waaqayyoo ni dhageenya. Sagantaan kana irratti keessummoonni biyya keessaa fi biyya alaa ni hirmaatu. Isinis sagantaa kana irratti hirmaachuun eebbifamaa; hiriyoota keessaniifis qooduun isaan affeeraa! Hundi keessan kabajaan affeeramtaniittu. 🙏 🔗 Linkii garee: https://t.me/GOQDH7 Galata Itafa baga gooftaan sii gargaree
ещё
10 0 28 окт, 20:15
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней