Аналитика Telegram-канала
Подписчики
1 617
Публикаций
1 370

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
17 ноя20 ноя23 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

09:0509:0509:0509:0510:5110:51
122
Средний охват
325
Лучший результат
Показаны 6 публикаций за 12 ноября Больше статистики →

Упоминания

190
Упоминаний
165
Из них репостов
3
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 1 370 2 из 1 370
Фото
https://oromiamajlis.org/
ещё
58 0 12 ноя, 10:51
ещё
223 0 12 ноя, 10:51
Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa gamoo ammayyaa Abbaa darbii 11 qabu eebsiiseera. Sadaasa 02/2019 A.L.I |Jumaadal Aakhir01/1448 A.H Finfinnee|Majlisa Oromiyaa Manni Marii Ol-aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa waggoota 31 booda ummata Muslimaa naannoo Oromiyaa sirna hojii dhaabbataawaa wiirtuu keessatti tajaajiluuf kan isa dandeessisu Gamoo ammayyaa Abbaa 11 qabu bifa ho'qatiin eebsiseera. Sagantaa Mana Marii Ol-aanaa gamoo waajjiraa Abbaa darbii 11 qabu bitatee argate har'a eebsiisee tajaajilaaf banaa taasise kana irratti Pireezidaantiin Majlisa Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Sheikh Haajii Ibraahim Tufaa dhaamsa dabarsaniiru. Pireezidaantiin dhaamsa isaaniitiin gamoon kun tajaajilaaf qophaa'uun isaa hawaasa Muslimaatiif qofa osoo hin taane, guddina dhaabbataawaa biyyaatiifis agarsiisa guddaadha jedhaniiru. Sheikh Haajii Ibraahim taateen kun hawaasni Muslimaa kanaan dura mirga malee rakkoo geggeessaa fi beekumsaa kan hin qabne ta'uu kan agarsiisudha jechuun qaamolee qooda fudhattootaa galateeffataniiru. Pireezidaantoonni Mana Marii Ol'aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannolee ummata isaanii qindeessuun hojii walfakkaataa hojjechuudhaan naannoo hojii mijaawaa akka uuman waamicha kan dhiyeessan pireezidaantichi, deegarsa barbaachisu akka taasisus ibsaa dabarsaniiru. Pireezidaantiin Mana Marii Ol-aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Sheikh Gaalii Mukhtaar haasaa simannaa dabarsaniin Majlisni ummata sadarkaa olaanaadhaan tajaajiluuf dandeettii dhaabbataawaa isaa cimsachaa akka jiru ergaa isaanii dabarsan. Sheikh Gaalii Mukhtaar Mana Marii Ol-aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaawwan 10 keessatti gamoowwan 20 fi (kilaastera) 6 keessatti pirojektoota 205 misooman bara kanatti eebbaaf akka gahaaniis agarsiisaniiru. Pirezidaantiin Majlisa Oromiyaa Sheik Gaalii Muktaar Hawaasa Mislimaa, Hoggantoota, Ustaazota,Sheekolii fi Hayyootaa hanga qulqulleessitootti Gumaacha Islaamummaa kanneen Majlisa Oromiyaatiif godhaniif galateeffatanii jiruu. Barreessaa Olaanaan Kora Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa Qeesi Taagaay Taaddalaa Gamoon kun Ijaarsa dhagaa fi dhaabbii Mana qofa osoo hin taane jabinummaa Muslimoota Oromiyaa irra darbee kan Itoophiyaa kan agarsiisudha jechuun dubbatanii jiruu. Gamoon har'a eebbifame tajaajilaaf banaa ta'e kun tajaajilamtootaaf sirna hojii si'ataa ta'e diriirsuuf kan dandeessisu ta'uu bira dabree, dhaabbilee amantaatiif fakkeenya guddaa fi boonsaadha jechuudhaan barreessaa olaanaan kun itti dabaluun ibsaa dabarsaniiru. Sagantaa eebbaa kana irratti Pireezidaantii Itti Aanaa Sadarkaa Waliigalaa federaalaa Sheikh Abdukariim Sheikh Badruddiin, Pireezidaantii Sektera Kora Ulaamaa'ii Sheikh Juneyd Hamza Yuusuf, Sadrkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Sektera Misoomaa fi Tajaajila Hawaasummaa Sheikh Hamiid Muusaa, Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Pireezidaantii Bulchiinsaa fi Gamtaama Dhaabbataa Ustaaz Tamkiin Abdullaah, Pireezidaantii akkasumas Mana Murtii shariyaa Sheik Makkatee Muhee, Dr Jeylaan Khadir, Pireezidaantota fi Miseensota Hojii Raawwachiistuu Majlisa Naannooolee, Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalaa, akkasumas Ambaasaaddaroonni, ogeeyyiin Kora Dhaabbilee Amantaa, Ustaazoonni, Mashaayihonni fi Bakka-bu'oonni Komishinii Poolisii Oromiyaa fi federaalaa akkasumas kanneen biroo irrattii argamaniiru.
ещё
325 0 1 12 ноя, 09:05
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней