Аналитика Telegram-канала
Подписчики
272
Публикаций
203

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
23 окт26 окт29 окт
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

00:1500:16
20
Средний охват
35
Лучший результат
Показаны 2 публикации за 19 октября Больше статистики →

Упоминания

5
Упоминаний
1
Из них репостов
2
Каналов
Kebar Abdeta 21 фев · охват 1
Все упоминания

Последние посты

2 из 203 2 из 203
#DIRQAMA_MITI🪴 Kaayyoo qabaachuun daandii irra deemtu ilaaluu qofa miti; gufuuwwan daandii kee irratti si mudatan keessa darbuufis murannoo qabaachuu dha. Yeroo kaayyoo kee hordofaa jirtutti tokko sitti qoosa, tokko si morma, gariin shakkii keessa si galcha; yeroo tokko-tokko immoo ati mataan kee “dhuguma nan danda’aa?” jettee of gaafachuu irra geessa. Garuu ishee kana yaadaan qabi! Daandiin kaayyoo yeroo hundumaa namoota si jajjabeessan qofaan kan guutamte miti; yeroo baay’ee namoota gufuu sitti ta’anis of keessaa qabdi. Yeroo akkasiitti, sagalee si gufachiisu caalaa sagalee kaayyoo kee deeggaru dhaggeeffattu malee, namni namaaf akka rakkootti rakkoodha. Kaayyoon kee, bakka ati har’a jirtu caalaa bakka ati bor ga’uu qabdu sitti agarsiisa. Yeroo sodaan si qabatu—tarkaanfi tokko fudhadhu; yeroo dogoggortu—baradhu; yeroo namni si tuffatu—deebii kee hojiidhaan kenni; yeroo abdii kutattu—maaliif akka jalqabde yaadadhu. Namni kaayyoo qabu gufuu hin dhabu; garuu gufuun isa dhaabuu akka hin dandeenye murteeffataa deema. Daandii kee irratti namni hundi si wajjin deemuun dirqama miti. Imala kee xumuruufis namoota hunda irraa eeyyama nan argadhaan abjuudha! Kaayyoo kee harkatti qabadhu, qalbii kee jabeessii, tarkaanfii kee ittuma fufi. Guyyaan itti wantoonni har’a si sodaachisan hundi duubatti hafanii, atis garagaltee ilaalltee—“Dhugumayyuu nan danda’a jechuudhaam!” itti jettu ni dhufa! Kaayyoo keef kufii ka’i!  Deemi malee hin Dhaabbatni.
ещё
5 0 2 19 окт, 00:16
Фото
ещё
35 0 19 окт, 00:15
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней