Аналитика Telegram-канала
Подписчики
335
Публикаций
99
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
23 окт26 окт29 окт
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
08.1012.1013.1014.10
7
Средний охват
9
Лучший результат
Показаны 4 публикации — последние в канале
Больше статистики →
Упоминания
8
Упоминаний
3
Из них репостов
3
Каналов
13
Упоминаний
2
Из них репостов
2
Каналов
Последние посты
3 из 99 2 из 99NAMAAN MAALIIF ABDII KUTATTA JECHUUN SALPHAADHA.
Inni immoo maaliifin abdii in kutu? Wanti abdii nama kutu danuudha jireenyi koo, hojiin koo, abdi nama kuta Jedha. Garuu Waaqayyo Gooftaan Yesuus Sii wajjin jira:- yoo itti balleessite si gaggeessa, yoo gaddite si jajjabeessa yoo onneen kee cabe siif fayyisa Rakkina keessa darbitu hundumaa keessatti sii wajjin jira: Dadhabbii kee siif hubata, si cina jira, si hin dhiisu sin gatu Waaqayyo Eenyuunu gatee hin beeku amantii isaanii namoonni isarra keewwatan Amanamummaa Waaqayyoo Yeroo Hundumaa Dinqisiifatanii Harka isaanii Afaan isaanirra keeewwatu malee. In gataman in dagataman. Waaqayyo In amanama Waqaayyo waadaa hin nyaatu amanamummaan Waaqayyoo Wabii keenyadha nuti yoo in amanamneef inni nuuf amanama. Amma Waaqayyo Tesssoo isaarra jiraateetti Abdiin Keenya Inuma Lalisa.😊
Tarii nama waan taaneef kaleessa Jirra Har'a hin jirru Har'a jirra bor hin jirru nuti namoota yeroodha Haalli keenya jijijjiiramaa kan ta'e Yeroon kan in jijjiirre teessoo isaarras barabaraan kan jiraatu ofiisaatti amanee an siif jira isa nuun jedhu WAAQAYYO GOOFTAA KEENYA YESUUS KIRSTOOS ABDII KEENYA ISA TA'ERRA IJA KEENYA HAA KEEWWANNU!.
AMEEN!😊
@HopeInHisReturn
ещё
9
0
2 14 окт, 09:04
Kadhannaan kee yoo dadhabaa ta'e hin dhiphatin.
• Jecha ittiin kadhattu yoo dhabde hin sodaa'in.
• Parakilitos (Hafuura Qulqulluun) bukkee kee jira. Inni fedhii garaa kee keessa jiru dubbisee, bifa qulqulluu fi jabaadhaan gara teessoo Waaqayyootti siif dhiheessa.
Inni "Gargaaraa" keenya isa amanamaadha! ✨🙏🕊️
Hafuurichis immoo akkuma kanatti dadhabbii keenyatti nu gargaara; nuyi maal kadhachuun akka nuuf barbaachisu akka ta'utti hin beeknu; hafuurichi garuu aaduu isaatiin karaa namni dubbiidhaan mul'isuu hin dandeenyeen nuuf in kadhata.
Gara Warra Roomaa 8:26
@HopeInHisReturn 😊
ещё
3
0
1 13 окт, 11:11
#Yeroo tokko tokko nutis Pheexiroosii fakkaanna. Hojii tokkoof yeroo dheeraa carraaqna, garuu bu'aa hin argannu. Dadhabina, abdii kutanna, akkasumas “homaa hin arganne” jenna.
Garuu Yesuus yeroo nuun,
“Ammas yaali; kiyyo kee gadi buusi,”
jedhu, deebiin keenya:
“Yaa Gooftaa, ani waanan dadhabeef osoo hin taane, dubbii keetiif nan godha.”
jedhuu haa ta'u.
Sababni isaas milkaa'inni yeroo tokko tokko humna keenya irraa osoo hin taane, ajaja Yesuus irratti amanuu irraa dhufa.
Luqaas 5:5 — “Garuu dubbii keetiif, kiyyo nan buusa.”
@HopeInHisReturn 😊
#hope #love #faith
ещё
8
0
2 12 окт, 14:58
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней