Тарифы до −50% до 30.11
Аналитика Telegram-канала
Подписчики
2 665
Охват за 24 ч
48
ER за 24 ч
1,80%
Публикаций
1 103

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
20 ноя23 ноя26 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

14:2314:2619:5919:5920:0320:03
13
Средний охват
19
Лучший результат
Показаны 6 публикаций за 26 ноября Больше статистики →

Упоминания

3 104
Упоминаний
1 279
Из них репостов
142
Каналов
Все упоминания

Последние посты

3 из 1 103 2 из 1 103
Itoophiyaan seenaa ishii keessatti biyya kamuu weerartee hin beektu; har'a miti, seenaa ishii keessatti. Gara fuulduraattis fedhii sana hin qabdu. Kan warri kaan beekuu qaban garuu, xiqqaa haa ta'u guddaa, namni kamuu daangaa Itoophiyaa dhufee Itoophiyaa weeraree kabajaan deebi'uu hin danda'u. Kun dhimma ji'oogiraafiin daangeffame miti, 'namni kamuu' jedheen jira. Adwaatu irra deebi'ama; nu hin yaalinaa, isin hin barbaannu yoo as dhufame; kan dhufu yoo jiraate garuu seenaa abbootii keenyaa isa baramaa sanatu irra deebi'ama." — Muummee Ministiraa Abiyyi Ahimad (Doktara) @Dailyinfo24 @Dailyinfo24
ещё
19 0 4 26 ноя, 20:03
Фото
ещё
16 0 3 26 ноя, 20:03
"Har’a lammiileen Eertiraa dhibboota kumaan lakkaa’aman Finfinnee keessa jiru; ... Nuti dhibba kuma mitii nama kudhan Asmaraatti yoo ergine ni dandeenyaa?" MM Abiy Ahimad (Dr.): "... Nuti yeroo carraa Galaana Diimaa argannu Eertiraa kan miinu yoo ta’e sirrii miti. Eertiraan garuu naannoo waggaa soddomaaf gara galtee hin ilaalle, kan aspaaltii kiiloo meetira tokko illee irratti hin hojjenne amma 'hin fayyadamtu' yoo jette bu’aa hedduu hin qabu. Isaanis haa fayyadaman, nutis haa fayyadamnu; waliin haa gudannu. Amma har’a 'manneen' jettaniittu, 'qaala’iinsa jireenyaa (inflation)' jettaniittu, 'hojiin ni jira' jettaniittu; har’a lammiileen Eertiraa dhibboota kumaan lakkaa’aman Finfinnee keessa jiru. Sababni nuti hojii kenninee, mana kenninee 'biyya isaati haa jiraatu' jenneef 'nutu maatii dha' waan jenneefi. Nuti dhibba kuma mitii nama kudhan gara Asmaraatti yoo ergine ni dandeenyaa? Yoo barbaaddan TPLF’tti bilbilaa gaafadhaa, hanga ammaatti Asmaraa hin seenne; hin hayyamamu. Kan nuti dhibboota kumaan lakkaa’aman baannu maaliif? Obboloota keenya, biyya isaaniiti; dhimma isaaniif hin mijanne qabu, hojjetanii akka nyaatan hayyamuufii qabna. Waan hin beekneef miti, ni beekna; lammiileen Eertiraa hanga Itoophiyaa keessa nagaan hojjetanitti tuqamuu hin qaban. Garuu lammii Eertiraa ta’anii biyya alaa taa’anii 'Itoophiyaan weeraruuf jetti, Itoophiyaan akkas gochuuf jetti' jechaa namoonni dubbatan jiru; isaan osoo callisanii (boqotanii) gaarii dha. Nuti hoo waraanni nu hin barbaachisu; dhibba kuma sana yoo deebisne mataan isaayyuu waraana. Rasaasa tokko osoo hin dhukaasin, dhibba kuma sana deebisuun mataan isaayyuu achitti jeequmsa (raafama) uuma. Nuti gara badiitti deemuu waan hin barbaanneef tasgabbiin yaaduun barbaachisaa dha; waliin guddachuun barbaachisaa dha; waraanni hin barbaachisu. Waraanni yoo jiraate garuu shakkii tokko malee Itoophiyaan mo’attuu dha. Tokko mitii 'nan ida’ama' (nan hirmaadha) humni jedhu yoo jiraate nuti mo’attoota; kanaafis qophaa’aa jirra. Kana isaanis nutis ni beekna, eenyullee immoo hin dhaabu. Bitnee dafqa keenyaan fiduuf jirra malee eenyullee kadhannee miti kan finnu; kan keenya ni hojjenna, ni goona. 'Hin dhaabdan, nu hin dhiibinaa' kan jedhudha dhimmi ijoon. Wanti 'ebelu na oolcha, ebelu na oolcha' jedhamu jira; hin beeku ebelu ebeluun oolchee waan hin beekneef yeroo isin bira ga’u oolchuu hin danda’u." @Dailyinfo24 @Dailyinfo24
ещё
15 0 4 26 ноя, 19:59
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней