#Jumu’aa #Mubaarak
Qabeenyi keessan dhamaatanii horattan taateewwan hin eegamneefi tasa uumamaniin akka hin mancaane, akkasumas daldalli keessan tasa akka hin gufanneef maal gochuu dandeessu? Tajaajilaa inshuraansii Salaam Takaaful kan qajeelfamoota shari'aatiin hogganamuufi wal-utubuurratti hundaa’e Awaashirraa fayyadamaa!
Salaam takaaful Awaashirraa yommuu fayyadamtan:
•Qabeeya keessaniif (Mana, Konkolaataa, maashinoota, booyilariifi kkf) wabii amansiisaa argattu.
•Daldala keessaniif (meeshaalee alarraa galchitaniifi alatti ergitaniif, qabeenya biyya keessa geejjibsiiftaniifi kkf) uwwisa amansiisaa argattu.
•Gaafatamummaa seeraa (Oomisha keessaniif, hojii ogummaa keessaniif, tajaajila keessaniifi kkf) wabii amansiisaa argattu.
•Maatiin Takaaful kanneen biroo wabii amansiisaa akka argatan gumaachitu
Gabaabumatti ittigaafatamummaa waloo wal-utubuuf qabdan bahattu!
#Jumu’aa_Mubaarak!
#inshuraansii_awaash
#Isin_waliin...