Аналитика Telegram-канала
Подписчики
29 370
Охват за 24 ч
1,6K
ER за 24 ч
5,57%
Публикаций
9 377
Динамика подписчиков
7 дней
30 дней
6 месяцев
Больше
21 ноя24 ноя27 ноя
Показаны последние 7 дней
Больше истории →
Охваты публикаций
11:1912:0313:1414:4315:1216:57
110
Средний охват
168
Лучший результат
Показаны 6 публикаций за 27 ноября
Больше статистики →
Упоминания
150
Упоминаний
146
Из них репостов
18
Каналов
0
Упоминаний за 90 дней
0
Из них репостов
0
Каналов за 90 дней
Последние посты
3 из 9 377 2 из 9 377
#El_Niinoo fi walitti bu’iinsonni naannawa addunyaa 16 keessatti beela caalaatti akka hammeessan Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akeekkachiise
Finfinnee, Sadaasa 27, 2026: Taateen haala qilleensaa El Niinoo (El Nino) fi walitti bu’iinsonni itti fufanii jiran ji’oota ja’an dhufan keessatti naannawa beelaan miidhaman addunyaa 16 keessatti hanqina wabii nyaataa hamaa caalaatti akka hammeessan Dhaabbanni Nyaataa fi Qonnaa Mootummoota Gamtoomanii (FAO) fi Sagantaan Gargaarsa Midhaan Nyaataa Addunyaa (WFP) Jimaata har’aa kana akeekkachiisaniiru.
Dhaabbileen kunneen lakkoofsa naannawa 13 gamaaggama ji’a Waxabajjii darbe baasaniin adda baafamanii turan ol guddisuun, Muddee 2019 A.L.I irraa eegalee hanga Caamsaa 2019 A.L.I jidduutti naannawa beelaan miidhaman 16 keessatti beelli haala hamaan akka hammaatu kan eegamu ta’uu isaa dhaabbati oduu Anaadooluun gabaaseera.
Dubbisi 👇🏿
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-11370/
ещё
55
0
27 ноя, 16:57
Odeessa Guyyuu: Aangawoonni waraanaa #Sudaan loltoota 6,000 daangaa #Itoophiyaa irratti bobbaasuuf karoorfachuu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2026: Aangawoonni waraanaa Sudaan loltoota gara 6,000 ta’an daangaa Itoophiyaatti, keessumaa baha Naannoo Gedaref keessatti, bobbaasuuf karoorfachuu isaanii beeksisaniiru. Tarkaanfiin kun dhiphinni biyyoota lamaan gidduu jiru yeroo hammaachaa jiruu fi Itoophiyaan gareewwan hidhatanii Waraana Humnoota Waraanaa Sudaan (#SAF) lolan deeggaruu ishee irratti himannaan haaromfamaa jirutti kan dhufedha.
Dabalataaf👇🏿
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-11368/
ещё
92
0
27 ноя, 15:12
Koomishiniin #Gamtaa_Afrikaa fi Mootummaan #Chaayinaa waliigaltee tumsa misoomaa mallatteessan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2026: Dura Taa’aan Koomishinii Gamtaa Afrikaa Mahmuud Alii Yuusufii fi Itti Gaafatamaan Ergama Chaayinaa Gamtaa kan Afrikaa Jiyaang Feeng, Kamisa Waliigaltee Tumsa Misoomaa michummaa yeroo dheeraa Koomishinii Gamtaa Afrikaa fi Rippabiliika Uummataa #Chaayinaa gidduu jiru caalaatti cimsuu fi guddisuuf kaayyeffate jedhan waliif mallatteessuu gamtichi ibseera.
Koomishinar Mahmuud Alii Yuusuf deeggarsa itti fufiinsa qabu kan mootummaa fi uummanni Chaayinaa dhimmawwan dursi kennamuufii fi ajandaa misooma ardichaa Gamtaa Afrikaatiif taasisaniif galateeffataniiru.
Cuqaasi 👇🏿
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-11366/
ещё
168
0
27 ноя, 14:43
Продолжить анализ этого канала
- История роста подписчиков
- Просмотры и охваты публикаций
- Кто упоминает канал и кого упоминает он
- Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней