Аналитика Telegram-канала
Подписчики
8 914
Охват за 24 ч
689
ER за 24 ч
7,73%
Публикаций
319

Динамика подписчиков

7 дней 30 дней 6 месяцев Больше
9 ноя12 ноя15 ноя
Показаны последние 7 дней Больше истории →

Охваты публикаций

29.1008.11
99
Средний охват
103
Лучший результат
Показаны 2 публикации — последние в канале Больше статистики →

Упоминания

23
Упоминаний
19
Из них репостов
15
Каналов
Нет примеров за последние 90 дней
Все упоминания

Последние посты

2 из 319 2 из 319
ещё
95 2 3 8 ноя, 17:20
Beeksisa Barbaachisaa Namoota Dhimma Aderoo Tech Waliin Qabaniif Akkam jirtu hundi keessan? Namoota Aderoo Tech waliin dhimma qabdanii fi komii keessan galchitaniif odeeffannoo haaraa isin biraan ga’uu barbaanna. Akkuma kanaan dura isin beeksifne, itti gaafatamummaa keenya fudhannee, maallaqa pirojektii keenya irraa argannuun kaffaltii keessan raawwachuuf waadaa gallee jirra. Pirojektiin keenya Sanbata kana mootummaa bira ni dhiyaata. Akkaataa sirna kaffaltii pirojektoota mootummaa irratti hundaa’uun, pirojektiin erga xumuramee fi dhiyaatee booda maallaqni isaa gadi lakkifamuuf guyyoota muraasa fudhachuu danda’a. Maallaqni pirojektii keenya mootummaa irraa akkuma gadhiifameen, kaffaltii keessan akka waadaa keenyaatti ni raawwanna. Itti gaafatamummaa keenya baachuudhaan dhimma kana furmaata irraan ga’uuf kutannoo guutuu qabna. Hubannoo fi obsa keessaniif galatoomaa!
ещё
103 0 4 29 окт, 18:03
Больше постов

Продолжить анализ этого канала

  • История роста подписчиков
  • Просмотры и охваты публикаций
  • Кто упоминает канал и кого упоминает он
  • Похожие каналы и подбор для рекламы
Открыть аналитику
Демо до 14 дней