ZOOM — isin beeksifna
Marii kana keessatti:
Tumsa siyaasaa fi bu’aa isaa
Hariiroo humnoota siyaasaa garaagaraa
Gaaffii walabummaa Oromiyaa
Tokkummaa Oromoo
Kallattii siyaasaa fuulduraa
irratti gaaffii fi deebii, ragaa fi yaada garaagaraa ni dhaggeeffanna.
HIN HAFINA!
Dhimmichi kan nama dhuunfaa miti — dhimma uummataa fi dhaloota dhufuuti.
Tokkummaan humna; sabni dammaqee mirga isaa irratti mari’atu immoo gara fuulduraatti tarkaanfata.
Marii kana hordofa!— yaada kee qopheeffadhu — !gaaffii kee dhiyeessi!
Oromiyaa Biyyaa Keenya!