Gantuu maqaa tumsaatin diina jala gugguufaa, kaayyoo gurguree, jaarmiyaa diigee, waraanaa wal-irratti bobbaasee, qabsoo bilisummaa wareegama meeqaan as gahee lafatti gad-dhiitee warra Oromoo waraanu, warra Oromiyaa diiguf kaayyeeffate, fi warra Oromoo dararu firoomfatee adeemsa fi akeeka diinaa fudhatee sochoo’u wajjin mariin gaggeeffamu hin jiru. Hin jiraatus. Not now, not ever.
#Gantuun_diinatti_harka_keennatte_diinuma!!!