🌻 Sagantaa Ayyaanaa Addaa🌻 ልዪ የበዓል ፕሮግም🌻Special Holiday program.🌻
🌻 Oduu Gammachiisaa hordoftoota 'Arara TV' fi Jiraattota magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee maraaf.
🌻Simannaa bara haaraa sababeeffachuun fulbaana 1(kamisa) bara 2018, Sagantaan waaqeffannaa Addaa Qophaa'eera.
🌻 Saganticha irratti Namni waaqayyoo kan tajaajilan yeroo ta'u, sagantichi karaa foddaa Talavizyiinii fi miidiyaalee hawaasummaa keenyaa hundaa kallattiin ni tamsa'a.
🌻Kanaaf magaala Naqamtee fi naanno isheetti kan argamtan Warri qabdan wayyaa aadaa keessaniin faayamaa kottaa walii wajjin isa dabarsineef galeteeffataa isa dhufuuf kadhannaa!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻 Barri keessan haa eebbifamu!🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌻🌻 የአማርኛ ትርጉም 🌻🌻🌻🌻
🌻 መልካም ዜና ለ'አራራ ቲቪ' ተከታታዮች እንዲሁም ለነቀምቴ ከተማ እና አካባቢዋ ነዋሪዎች በሙሉ!
🌻 ሀሙስ መስከረም 1፣ 2018 የአዲሱን አመት ክብረበዓል በማስመልከት ልዩ የአምልኮ ፕሮግራም ተዘጋጅቷል።
🌻 በእለቱም የእግዚአብሔር ሰው ነቢይ መሰረት ታዬ የሚያገለግሉን ሲሆን፣ ሙሉ ፕሮግራሙ ከጠዋቱ 2:00 ጀምሮ በቴሌቪዥናችን መስኮት እና በሁሉም የማህበራዊ ሚዲያዎቻችን በቀጥታ ይተላለፋል።
🌻 ስለሆነም በነቀምቴ ከተማ እና አካባቢዋ ያላችሁ በባህል፣ በባዕላዊ ልብሶቻችሁ አሸብራቃችሁ እንድት መጡ እያልን በመላው ዓለም ያላቹ ተመልካቾቻችንም በቀጥታ ስርጭታችን ከእኛ ጋር በዓሉን እንድታከብሩ ተጋብዛችኋል!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻 ዘመናችሁ ይባረክ! 🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻🌻English Translation 🌻🌻🌻🌻🌻
🌻 Good news for the followers of 'Arara TV' and the residents of the city of Nekemte and its surrounding areas!
🌻 A special worship program has been prepared to celebrate the New Year's holiday on Thursday, the 11th of September 2025.
🌻 On that day, a man of God, Prophet Meseret Tayye, will minister to us, and the whole program will be transmitted live early from the morning.
🌻The program will be broadcast live on our television and all our social media platforms.
🌻 Therefore, we kindly invite all of you in the city of Nekemte and its surroundings to come in person, beautified in your cultural dress, and our viewers to celebrate the new year with us through our live stream.
🌻🌻🌻🌻🌻🌻Blessed be your time! 🌻🌻🌻🌻🌻
@Arara_Tv_World_wide ✅