Каталог каналов 6.2M Поиск по каналам Каналы в закладках Мои каналы Поиск постов
Инструменты
Отслеживание Анализ аудитории Telegraph-статьи Детальная статистика Бот аналитики
Полезная информация
Инструкция Telemetr Чат Telemetr
Полезные сервисы
Защита от накрутки

Телеграм канал «Kitaabota Saayikoloojii Irraa»

Подписчики
Всего
129
Сегодня
+1
Просмотров на пост
Всего
592
Telemetr - сервис глубокой аналитики
телеграм-каналов
Получите подробную информацию о каждом канале
Отберите самые эффективные каналы для
рекламных размещений, по приросту подписчиков,
ER, количеству просмотров на пост и другим метрикам
Анализируйте рекламные посты
и креативы
Узнайте какие посты лучше сработали,
а какие хуже, даже если их давно удалили
Оценивайте эффективность тематики и контента
Узнайте, какую тематику лучше не рекламировать
на канале, а какая зайдет на ура
Попробовать бесплатно
Показано 7 из 136 постов
Смотреть все посты
Пост от 17.06.2024 07:45
570
0
6
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
#Gammachuu argachuuf 1. Arjaa ta'i ykn kenni 2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo). 3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i. 4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali). 5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu... 6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef #Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba. 👇👇👇👇👇 @Saayikoloojii
9
💯 4
👍 3
Пост от 16.06.2024 21:51
490
0
4
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
#Galma Kee #Yaadni kee jecha kee #Jechi kee gocha kee Gochi kee Amala kee amalli kee eenyummaa kee #Eenyummaan kee #Galma keen si gahu! 👇👇👇👇 @Saayikoloojii
7
💯 2
Пост от 16.06.2024 09:59
595
0
6
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
#Beekumsaaf banaa ta'i! #Yeroo hundumaa dammaquuf qophaa’i;  Akka namaatti namni mudaa hin qabne(guutuun) hin jiru Kaleessa wanti beekna jennee yaadne har'a waan haaraa yeroo itti daballu sirumayyuu waanti baay'een akka nu hafu hubanna. #Yeroo mara dubbisuun guutuu nama taasisa. #Namni dubbisu waan dubbatu hin dhabu jedhama mitiiree? Jechamni kun dhugaadha. Jechoonni afaan namoota yeroo mara  dubbisanii keessaa bahu damma caala mi'aawa akka aannanii nama qabbaneessa. Dandeettiin dubbatanii amansiisuu isaanii olaanaadha. #Beekumsi dhuma hin qabu. Yeroo hunda barachuuf sammuu kee  banaa hammuma gootu carraa guddinaa of badhaasaa jirta! #Yeroo gaarii isiniif hawwina #namoota heddutti #share(qooduun) gochuun Chaanaalii keessan guddisaa!                👇 👉 @Saayikoloojii 👈                👆
💯 7
4
👍 3
Пост от 15.06.2024 21:16
610
0
0
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
👉#Sababaaf uumamne!👈 #Lafa kana kan dhufne guutuuf malee lakkoofsaaf miti!  Tokkoon tokkoon keenya kaayyoo itti uumamne qabna, umriin keenya, sadarkaa beekumsaa kamiyyuu yoo qabaanne, waan galmaan gahuu dandeenyu qabna! #Kanaaf nuti nama waan gaariin lafa guutuuf uumamne ta'uu keenya haa yaadannu.! #Yeroo gaarii isiniif hawwina🙏                           👇              👉 @Saayikoloojii 👈                             👆
11
👍 4
🤔 1
Пост от 15.06.2024 21:03
607
0
0
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
Argadhe jettee hin hammaariin Daakuu fi daaraan walfakkaatti
🥰 7
👍 1
Пост от 15.06.2024 06:01
712
0
3
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
#Rabbi Garuu #Namni yoo qabaatte si jaallata Maqaa meeqaan si waammata Ofii laafaa si jabeessa Rakkina isaa sitti dheessa #Yoo dhabdemmoo si baqata Maqaa keeyyuu ni lagata Onnee kan kee si madeessa Rakkoof jecha sirraa dheessa #Rabbi garuu yeroo jabaattes yeroo cabdes si jaalata Yoo qabattes yoo dhabdes si jaalata 👇👇👇👇👇👇 @Saayikoloojii
15
👍 3
💯 3
Пост от 13.06.2024 19:31
1 317
3
4
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
129
592
0%
Рекламные посты Упоминания Все посты Аналитика
#Jabaadhuu itti fufi ! #Yeroo tokko tokko hiriyoota kee ykn namoota naannoo kee jiran hunda irraa duubatti hafuu kee hin jibbiin;  Fageenya dheeraa  gara fuulduraatti darbachuuf gara duubaatti tarkaanfachuun barbaachisaa waan ta’eef. #Guutummaatti akka bilchaattuuf dhiqamaa jirta.  Hanga carraan sitti dhufutti carraaqqii kee hin dhaabiin!  Addunyaa kana irratti warri carrooman warra carraaqaniidha malee warra hawwan miti. #Yeroo  eebbifamaa isiniif hawwina @Saayikoloojii #Join gochuun nu hordofaa
👍 10
4
🔥 2
Смотреть все посты
Популярное в канале
15.05.2024 17:53
#Xiqqaa irraa jalqabi! #Yeroo waan tokko jalqabdu miira baay'ee ajaa'iba ta'een jalqabda guyyoota muraasa booda immoo na gaha natti haa hafu jettee dhaabdee rakkattee beektaa? Namoota baay'ee dhimma  kanatu isaan  mudata!   #Garuu maaliif akka ta'e hin beeku Mee iccitii tokkon isinitti  himuu?  Waan xiqqoo irraa eegalaa hamileen keessan  waan dhufeef gahumsa waan  qabdaniif waantota heddu yeroo tokko hin jalqabinaa! waanti suuta hojjetame firiin isaas suuta dabalaa deema. Halkan gaarii...
27.04.2024 20:34
#Namoota Gosa 5 tu jiru 1. Namoota si miidhanii of fayyadan. 2. Namoota si fayyadanii of miidhan. 3. Namoota si miidhanii ofis miidhan. 4. Namoota si fayyadanii ofiis fayyadaman. 5. Namoota sin fayyanne ofis hin fayyanne. #Ibsa bal'aaf yeroo dhiyootti nu eegaa! @Saayikoloojii #join share gochuun irraa baradhaa! 🙏@Saayikoloojii🙏
23.04.2024 21:04
#GEGGEESSAA TA'I #Hojiin geggeessaa yeroo baay'ee amalaafi ilaalcha namootaa Jijjiiruudha Kanas tooftaalee armaan gadiin milkeessuu ni dandeessa: #Qajeelfama #1ffaa Namoota hamilichiisi. Hojiikees, dinqisiifannaa namootaaf qabdu ibsuun ecegali. #Qajeelfama #2ffaa Utuu namni sun hinbeekin qalbiisaa gara dogoggorasaatti fidi. #Qajeelfama #3ffaa Utuu namoota ceepha'uu hin eegalin dura dogoggora yookaan dadhabinakeef ofiikee ceepha'i. #Qajeelfama #4ffaa Namoota kallattiin ajajuurra,...
27.01.2023 16:16
#Ati Qormaata kutaa #12 NAN KUFE jettee aartaayii? #Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes! #Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ #ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha. #TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha. #ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf...
21.01.2023 11:35
MAMMAAKSA AFAAN OROMOO •|• Mammaaksi dubbii fida. •|• Dubbii fixa. •|• #Gorsa xinsammuu cimaa of keessaa qaba. Mammaaksa Oromoo kanneen baay'ee natti tolan keessaa muraasa isiniif dhiheesseera. ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Akka hin cabne beekaaf  bishaan dhagaatti bu'a.  ➋. "Akkan itti dhales akkan itti arraabbadhus natu beeka," jette xaddeen. ➌. "Akkan ani jedhe fardatu dide akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne." ➍. Adurree barri qabe hantuutni...