Gorsa Jireenyaaf Nama Gargaaran 5n!
1🌱 “Jireenya keessatti hin ariifatin; waa arguuf obsaan eegi, waa argachuuf immoo ciminaan hojjedhu.”
2💪 “Har'a yoo kufte bor ka'uu hin dagatin; kufaatiin kee dhuma jireenyaa osoo hin taane, barumsa milkaa'ina keeti.”
3❤️ “Nama si kabaju kabaji, nama si jaallatu jaalladhu; garuu nama gammachiisuuf jecha ofii kee hin dagatin.”
4🕊️ “Waan darbeef hin gaddin, waan hin dhufneef hin yaadda'in; har'a qabdu sirriitti fayyadami, bor kee bareechuuf.”
5🔥 “Namni hundi karaa kee si waliin hin deemuu; kanaaf abdii kee namatti hin hirkisin, ofitti amanamummaa fi Waaqayyotti amantii qabaadhu.”
👇👇👇👇👇👇
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa
╚════════════╝
telemetr.me/ForAllthingsEye