Телеграм канал ''




215 подписчиков
51 просмотров на пост


Детальная рекламная статистика будет доступна после прохождения простой процедуры регистрации


Что это дает?
  • Детальная аналитика 796'292 каналов
  • Доступ к 317'821'249 рекламных постов
  • Поиск по 1'269'385'737 постам
  • Отдача с каждой купленной рекламы
  • Графики динамики изменения показателей канала
  • Где и как размещался канал
  • Детальная статистика по подпискам и отпискам
Telemetr.me

Telemetr.me Подписаться

Аналитика телеграм-каналов - обновления инструмента, новости рынка.

Найдено 253 поста

Tapha Cimaa Pirimer Ligii Ingilaand Torbee kanaan.

⏰ 12:30

Cheelsii fi Totenaham

🏟Stamford Bridge

Tapha kana eenyutu injifataa Tilamaama kessan ka'a👇

@egereesport
Изображение
Taphoota Ligoota gurguddoo kaleessa taasifaman


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Pirimer Ligii Ingilaand

Aston Viilaa 2-1 Evartan
Arsenaal 4-2 Leestar Siitii
Biraayiten 0-0 Niwukaastil
Maan Siitii 4-0 Barnimaawuz
Saawuzampitan 2-2 Liids
Wolvis 0-0 Fulahaam
Birentiford 4-0 Maan Yunaayitid


🇫🇷 Ligii Faransaay

Monaakoo 1-1 Reens
Psg 5-2 Moonpeelee

🇩🇪 Bundasligaa Jarman

Livarkuseen 1-2 Ogisbarg
Heertaa Barlin 1-1 Firaankifart
Hofaniyeem 3-2 Bochuum
Leebzig 2-2 Koolan
Wardar Bireeman 2-2 Istutgaart
Shaalk 04 2-2 Moncheegilaadba

🇮🇹Seeriyaa Xaaliyaan

AC Miilaan 4-2 Yudinizee
Saampidooryaa 0-2 Atalantaa
Leesee 1-2 Intar Miilaan
Moonzaa 1-2 Torinoo

🇪🇸Laaligaa Ispeen

Seeltavigoo 2-2 Ispaanyol
Vaaladolid 0-3 Vilaariyal
Barselonaa 0-0 Raayoo Vaalkanoo

@egereesport
Изображение
Tapha torbee 2ffaa Pirimer Ligii Ingilaand.

🕰 Xumurame'

Birentiford 4-0 Maan Yunaayitid
'Silvaa 10'
'Janseen
'Been Mii
'Mubewemaa

@egereesport
Изображение
Gabriel Jesus har'a

Goolii 2
Assist 2

@egereesport
Изображение
Piriimiyerliigii Ingiliiziitiin yeroo 20ffaaf Keevin Di Biruuyin goolii galchuun mijeessee jira.

SHARE GODHAA" @egereesport
Изображение
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota Torbee 2ffaa Pirimer Ligii Ingilaand

⏰ Xumuraman'

Biraayiten 0-0 Niwukaastil
Wolvis 0-0 Fulahaam

Arsenaal 4-2 Leestar Siitii
#Jesus 22' 35' #Saalibaa(Og)53'
#Zhakaa 55'. #Maadisan 74'
#Martineeli 75

Maanchister Siitii 4-0 Barnimaawuz
#Gundoogan 19'
#Debruyenee 30'
#Fodeen 37'
#Laarmaa (Og)

Saawuzampitan 2-2 Liids
#Ariiboo 72'
#Wooker_Piteers 82' #Roodrigo 46' 60'


@egereesport
Изображение
​​Taphoota Ligoota gurguddoo har'a taasifaman


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Pirimer Ligii Ingilaand

08:30 | Aston Viilaa fi Evartan
11:00 | Arsenaal fi Leestar Siitii
11:00 | Biraayiten fi Niwukaastil
11:00 | Maan Siitii fi Barnimaawuz
11:00 | Saawuzampitan fi Liids
11:00 | Wolvis fi Fulahaam
01:30 | Birentiford fi Maan Yunaayitid


🇫🇷 Ligii Faransaay

12:00 | Monaakoo fi Reens
04:00 | Psg fi Moonpeelee

🇩🇪 Bundasligaa Jarman

10:30 | Livarkuseen fi Ogisbarg
10:30 | Heertaa Barlin fi Firaankifart
10:30 | Hofaniyeem fi Bochuum
10:30 | Leebzig fi Koolan
10:30 | Wardar Bireeman fi Istutgaart
01:30 | Shaalk 04 fi Moncheegilaadba

🇮🇹Seeriyaa Xaaliyaan

01:30 | AC Miilaan fi Yudinizee
01:30 | Saampidooryaa fi Atalantaa
03:45 | Leesee fi Intar Miilaan
03:45 | Moonzaa fi Torinoo

🇪🇸Laaligaa Ispeen

12:00 | Seeltavigoo fi Ispaanyol
02:00 | Vaaladolid fi Vilaariyal
04:00 | Barselonaa fi Raayoo Vaalkanoo
Изображение
Taphni Ispeen Laaliigaa bara dorgommii 2022-23 har'a eegala, Osaasunaan Seeviilaa waliin taphachuuf jira.

Sagantaan torban jalqabaa suuraa irratti dabalameera.

@egereesport
Изображение
PSGn Maarkaas Raashfoordif fedhii qaba, garuu Maanchistar Yunaayitid ganna kana isa hin gurguru.(ESPN)

@egereesport
Изображение
5 Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa fi 4 UEFA Super Cup

Beenzeemaa, Moodiriich, Naachoo fi Kaarvaajaal tokkoon tokkoon isaanii Riyaal Maadriid waliin waancaa Awurooppaa 9 injifataniiru.

SHARE GODHAA" @egereesport
Изображение
🏆 Tapha Suuper Cup Awurooppaa

⏰ Xumurameera

Riyaal Maadriid 2 fi 0n Interak Firaankifart
Daavid Alaabaa 37'⚽️
Kariim Beenzeemaa 65'⚽️

SHARE GODHAA" @egereesport
Изображение
Riyaal Maadriid fi Eintiraakt Firaankifart

Tapha Super Cup Awurooppaa galgala kana ni taphatama.Waa'ee tapha kanaa istaatiksii dubbisaa:

Riyaal Maadriid waancaa UEFA Super Cup afur kan injifate yoo ta'u, injifannoon isaa inni dhumaa bara 2017 ture.

Eintracht Frankfurt imala Awurooppaa Liigii injifachuuf taasisan keessatti osoo hin mo'amin hafe.

Riyaal Maadriid tapha waancaa Awurooppaa bara 1960 irratti Eintracht Frankfurt waliin taphate tokkicha 7-3n injifate.

Eintracht Frankfurt taphoota kudhan kilaboota La Liga waliin taphate keessaa 6 injifachuun, injifannoon ishee tokkichi tapha xumuraa waancaa Awurooppaa Riyaal Maadriid waliin taphate irratti ta'e.

Riyaal Maadriid taphoota 72 kilaboota Jarman waliin taphate keessaa 34 dorgommiiwwan hunda irratti injifateera (14 qixa bahuu, 24 mo'amuu).

Kaarloo Anchelootiin xumura kana yoo injifate leenjisaa jalqabaa waancaa Awurooppaa 4 injifate ta'a.



@egereesport
Изображение

Найдено 253 поста